Luqaas 12:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Ani isinitti nan hima, nama namoota duratti dhugaa anaaf baʼu+ hundumaatiif, Ilmi namaa immoo maleekota Waaqayyoo duratti dhugaa isaaf ni baʼa.+ 1 Yohaannis 2:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Ilma kan ganu kam iyyuu Abbaas hin qabu.+ Ilmatti akka amanu kan beeksisu+ kam iyyuu garuu Abbaas qaba.+
8 “Ani isinitti nan hima, nama namoota duratti dhugaa anaaf baʼu+ hundumaatiif, Ilmi namaa immoo maleekota Waaqayyoo duratti dhugaa isaaf ni baʼa.+
23 Ilma kan ganu kam iyyuu Abbaas hin qabu.+ Ilmatti akka amanu kan beeksisu+ kam iyyuu garuu Abbaas qaba.+