LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 16:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Israaʼelonnis yommuu isa argan, wanti kun maal akka taʼe waan hin beekneef, “Kun maali dha?” waliin jechuu jalqaban. Museenis akkana isaaniin jedhe: “Kun, nyaata Yihowaan akka nyaattan isiniif kenne dha.+

  • Baʼuu 16:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Manni Israaʼelis maqaa nyaata sanaa “mannaa”* jedhee moggaase. Nyaanni sun akkuma firii dimbilaalaa adii ture; dhandhamni isaas akka bixxillee dammaan tolfamee ture.+

  • Faarfannaa 78:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Isaan akka nyaataniif mannaa isaaniif roobsuu isaa itti fufe;

      Midhaan samiis isaaniif ni kenne.+

  • Ibroota 9:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Iddoo kana keessa qodaan ixaanni itti aarfamuu inni warqii irraa tolfamee+ fi taabonni kakuu+ guutummaan isaa warqiidhaan uwwifame+ jira ture; taabota kana keessas hubboon warqii mannaa qabate,+ uleen Aaron inni late,+ akkasumas gabateewwan+ kakuun irratti barreeffame jira ture;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi