LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 146
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Namootatti utuu hin taʼin Waaqatti amanamaa

        • Namni yeroo duʼutti yaanni isaa ni bada (4)

        • Waaqni warra gad jedhan ol ni kaasa (8)

Faarfannaa 146:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

  • *

    Ykn., “Lubbuun koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 19:6
  • +Fr 103:1

Faarfannaa 146:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa nan qopheessa.”

Faarfannaa 146:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Guguddootatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 62:9; 118:8, 9; Isa 2:22; Er 17:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2006, ful. 6-7

Faarfannaa 146:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 3:19; Fr 104:29; Lal 3:20; 12:7
  • +Lal 9:5, 10; Isa 38:18

Faarfannaa 146:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 46:7
  • +Fr 71:5; Er 17:7

Faarfannaa 146:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 4:24; Mul 14:7
  • +Kes 7:9

Faarfannaa 146:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 107:9; 145:16
  • +Fr 107:14; 142:7

Faarfannaa 146:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 29:18; 35:5
  • +Fr 145:14; 2Qo 7:6

Faarfannaa 146:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Daandii hamootaa akka jalʼatu godha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 10:18; Fr 68:5
  • +Fr 145:20

Faarfannaa 146:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:18; Dan 6:26; Mul 11:15

Yaada Wal Simu

Far. 146:1Mul 19:6
Far. 146:1Fr 103:1
Far. 146:3Fr 62:9; 118:8, 9; Isa 2:22; Er 17:5
Far. 146:4Uma 3:19; Fr 104:29; Lal 3:20; 12:7
Far. 146:4Lal 9:5, 10; Isa 38:18
Far. 146:5Fr 46:7
Far. 146:5Fr 71:5; Er 17:7
Far. 146:6HoE 4:24; Mul 14:7
Far. 146:6Kes 7:9
Far. 146:7Fr 107:9; 145:16
Far. 146:7Fr 107:14; 142:7
Far. 146:8Isa 29:18; 35:5
Far. 146:8Fr 145:14; 2Qo 7:6
Far. 146:9Kes 10:18; Fr 68:5
Far. 146:9Fr 145:20
Far. 146:10Bau 15:18; Dan 6:26; Mul 11:15
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 146:1-10

Faarfannaa

146 Yaahiin jajadhaa!*+

Guutummaan eenyummaa kootii* Yihowaa haa jajatu.+

 2 Umurii koo guutuu Yihowaa nan jajadha.

Hamman lubbuudhaan jirutti Waaqa kootiif faarfannaa galataa nan faarfadha.*

 3 Bulchitootatti,*

Ilmaan namootaa warra fayyina argamsiisuu hin dandeenyettis hin amanaminaa.+

 4 Hafuurri isaa ni baʼa, innis gara biyyootti ni deebiʼa;+

Guyyuma sanatti yaanni isaa ni bada.+

 5 Namni Waaqni Yaaqoob gargaaraa isaa taʼe,+

Namni Waaqa isaa Yihowaa abdatus gammadaa dha;+

 6 Samii, lafa,

Galaanaa fi wantoota isaan keessa jiran hundumaa kan tolche isa dha;+

Inni yeroo hundumaa amanamaa dha;+

 7 Warra gowwoomfamaniif haqa kan argamsiisu,

Warra beelaʼaniifis nyaata kan kennu isa dha.+

Yihowaan hidhamtoota ni hiika.+

 8 Yihowaan ija qaro dhabeeyyii ni bana;+

Yihowaan warra gombifaman ol ni kaasa;+

Yihowaan qajeelota ni jaallata.

 9 Yihowaan namoota biyya ormaa ni eega;

Mucaa abbaa hin qabnee fi dubartii abbaan manaa irraa duʼe ni gargaara,+

Karoora hamootaa garuu ni fashaleessa.*+

10 Yihowaan bara baraaf Mootii ni taʼa;+

Yaa Xiyoon, Waaqni kee dhalootaa hamma dhalootaatti mootii ni taʼa.

Yaahiin jajadhaa!*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi