LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 48
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Xiyoon magaalaa Mootii isa Guddaa

        • Gammachuu guutummaa lafaa (2)

        • Magaalattii fi masaraawwan ishii qoraa (11-13)

Faarfannaa 48:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 20:19

Faarfannaa 48:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 47:8; 135:21; Mat 5:34, 35
  • +Fru 2:15

Faarfannaa 48:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ol kaʼaa taʼe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 125:1

Faarfannaa 48:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “beellamaan wal arganiiru.”

Faarfannaa 48:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 87:5; Isa 2:2; Mik 4:1

Faarfannaa 48:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 26:3; 40:10; 63:3

Faarfannaa 48:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 113:3
  • +Fr 17:7; 60:5; 98:2

Faarfannaa 48:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Ijoolleen durbaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 97:8
  • +Fr 78:68

Faarfannaa 48:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 12:38, 39

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2015, ful. 9

Faarfannaa 48:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dallaawwan ishii warra jajjaboo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 26:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2015, ful. 9

Faarfannaa 48:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “hamma duunutti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 31:14
  • +Isa 58:11

Yaada Wal Simu

Far. 48:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru2Se 20:19
Far. 48:2Fr 47:8; 135:21; Mat 5:34, 35
Far. 48:2Fru 2:15
Far. 48:3Fr 125:1
Far. 48:8Fr 87:5; Isa 2:2; Mik 4:1
Far. 48:9Fr 26:3; 40:10; 63:3
Far. 48:10Fr 113:3
Far. 48:10Fr 17:7; 60:5; 98:2
Far. 48:11Fr 97:8
Far. 48:11Fr 78:68
Far. 48:12Nah 12:38, 39
Far. 48:13Isa 26:1
Far. 48:14Fr 31:14
Far. 48:14Isa 58:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 48:1-14

Faarfannaa

Faarfannaa. Faarfannaa ilmaan Qoraa.+

48 Yihowaan magaalaa Waaqa keenyaa keessatti, gaara isaa isa qulqulluu irrattis,

Guddaa dha, hunda caalaa jajamuunis kan isaaf malu dha.

 2 Gaarri Xiyoon ishiin karaa kaabaatiin fagaattee argamtu,

Magaalaan Mootii isa Guddaas,+

Ol kaʼiinsa ishiitiin miidhagduu dha, ishiin gammachuu guutummaa lafaa ti.+

 3 Waaqayyo masaraawwan ishii warra ciccimoo taʼan keessatti,

Iddoo amansiisaa kooluu itti galan* taʼuu isaa beeksiseera.+

 4 Kunoo, mootonni walitti qabamaniiru;*

Waliin taʼaniis dhufaniiru.

 5 Isaan kana yommuu argan ni ajaaʼibsiifatan.

Naʼaniis sodaadhaan ni baqatan.

 6 Achittis ni hollatan,

Akkuma dubartii daʼuuf jettuuttis ni dhiphatan.

 7 Ati bubbee bahaatiin dooniiwwan Tarshiish ni caccabsite.

 8 Magaalaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa keessatti, magaalaa Waaqa keenyaa keessatti,

Wanta dhageenye, amma ijuma keenyaan argineerra.

Waaqayyo bara baraaf cimsee ishii dhaaba.+ (Seelaa)

 9 Yaa Waaqayyo, nuti mana qulqullummaa kee keessatti,

Jaalala kee isa amanamaa irratti ni xiinxalla.+

10 Yaa Waaqayyo, akkuma maqaa keetti, ulfinni kees,

Hamma andaara lafaa ni gaʼa.+

Harki kee mirgaa qajeelummaadhaan guutameera.+

11 Murtiiwwan keetiin kan kaʼe,+ Gaarri Xiyoon+ haa gammadu,

Magaalonni* Yihudaas haa ililchan.

12 Xiyoonitti marsaa; guutummaa naannoo ishii keessa deemaa;

Masaraawwan ishii lakkaaʼaa.+

13 Dallaawwan ittisaa ishii* qalbeeffadhaa.+

Waaʼee ishii dhaloota dhufutti himuu akka dandeessaniif,

Masaraawwan ishii warra dallaa dhagaa qaban qoradhaa.

14 Waaqni kun baraa hamma bara baraatti Waaqa keenya dha.+

Inni baraa hamma bara baraatti* nu qajeelcha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi