LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 116
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Faarfannaa galataa

        • “Yihowaadhaaf maalan deebisa?” (12)

        • “Xoofoo fayyinaa nan kaasa” (13)

        • “Wareega koo Yihowaadhaaf nan raawwadha” (14, 18)

        • CDuuti namoota amanamoo dhimma ulfaataa taʼe dha (15)

Faarfannaa 116:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Yihowaan waan dhagaʼuuf, ani nan jaalladha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:6

Faarfannaa 116:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “na dhaggeeffachuuf gad jedha.”

  • *

    Kal., “Guyyoota kootti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:15

Faarfannaa 116:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Dhiphinni Siʼool na argate.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 38:10
  • +Fr 18:4; 38:6

Faarfannaa 116:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuun koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:6; Rom 10:13

Faarfannaa 116:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “arjaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:4
  • +Bau 34:6; Nah 9:17; Dan 9:9

Faarfannaa 116:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:7

Faarfannaa 116:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Faarfannaa 116:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 56:13; 94:18

Faarfannaa 116:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 4:13

Faarfannaa 116:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 3:4

Faarfannaa 116:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2009, ful. 29

Faarfannaa 116:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fayyina guddaa.”

Faarfannaa 116:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:25; Yon 2:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2009, ful. 29

Faarfannaa 116:15

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gatii guddaa qaba.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 25:29; Iyo 1:12; Fr 91:14; Zak 2:8; 2Ph 2:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2012, ful. 30

    5/15/2012, ful. 22

Faarfannaa 116:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 107:14

Faarfannaa 116:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 7:12; Fr 50:23

Faarfannaa 116:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 116:14
  • +Fr 22:25; 76:11

Faarfannaa 116:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 96:8
  • +Mul 19:1

Yaada Wal Simu

Far. 116:1Fr 18:6
Far. 116:2Fr 34:15
Far. 116:3Isa 38:10
Far. 116:3Fr 18:4; 38:6
Far. 116:4Fr 34:6; Rom 10:13
Far. 116:5Kes 32:4
Far. 116:5Bau 34:6; Nah 9:17; Dan 9:9
Far. 116:6Fr 19:7
Far. 116:8Fr 56:13; 94:18
Far. 116:102Qo 4:13
Far. 116:11Rom 3:4
Far. 116:14Fr 22:25; Yon 2:9
Far. 116:151Sa 25:29; Iyo 1:12; Fr 91:14; Zak 2:8; 2Ph 2:9
Far. 116:16Fr 107:14
Far. 116:17Lew 7:12; Fr 50:23
Far. 116:18Fr 116:14
Far. 116:18Fr 22:25; 76:11
Far. 116:19Fr 96:8
Far. 116:19Mul 19:1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 116:1-19

Faarfannaa

116 Sagalee koo, kadhatan gargaarsa argachuuf dhiheessus waan dhagaʼuuf,+

Ani Yihowaa nan jaalladha.*

 2 Inni gurra isaa natti qaba,*+

Hamman lubbuudhaan jirutti* isa nan waammadha.

 3 Wadaroon duʼaa natti marame;

Awwaallis cimsee na qabatee ture.*+

Dhiphinaa fi gaddaan liqimfameen ture.+

 4 Garuu, “Yaa Yihowaa, na* oolchi!”

Jedhee maqaa Yihowaa nan waammadhe.+

 5 Yihowaan gara laafessaa* fi qajeelaa dha;+

Waaqni keenya araara qabeessa dha.+

 6 Yihowaan warra muuxannoo hin qabne ni eega.+

Ani gad qabameen ture, inni garuu na oolche.

 7 Yihowaan gaarummaadhaan waan na qabeef,

Lubbuun* koo ammas haa boqotu.

 8 Ati lubbuu koo duʼa irraa,

Ija koo imimmaan irraa, miila koos gufachuu irraa oolchiteetta.+

 9 Biyya namoota jiraatoo keessatti Yihowaa dura nan deddeebiʼa.

10 Amantii waanan qabuuf, dubbadheera;+

Akka malee cunqurfameen ture.

11 Ani garuu naʼee,

“Namni hundi sobduu dha”+ nan jedhe.

12 Wanta gaarii inni naaf godhe hundumaatiif,

Yihowaadhaaf maalan deebisa?

13 Xoofoo fayyinaa* nan kaasa,

Maqaa Yihowaas nan waammadha.

14 Saba isaa hundumaa duratti

Wareega koo Yihowaadhaaf nan raawwadha.+

15 Duuti warra isaaf amanamoo taʼanii,

Yihowaa duratti dhimma ulfaataa taʼe dha.*+

16 Ani taajilaa kee waanan taʼeef,

Yaa Yihowaa, sin kadhadha.

Ani tajaajilaa kee ti, ilma garbittii teetis.

Ati hidhaa koo na irraa hiikteetta.+

17 Aarsaa galataa siif nan dhiheessa;+

Maqaa Yihowaa nan waammadha.

18 Saba isaa hundumaa durattis+

Wareega koo Yihowaadhaaf nan raawwadha.+

19 Mooraawwan mana Yihowaa keessatti,+

Yaa Yerusaalem, si gidduutti wareega koo nan raawwadha.

Yaahiin jajadhaa!*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi