LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Hojii Ergamootaa

      • Pheexiros kadhattuu naafa taʼe tokko fayyise (1-10)

      • Haasaa Pheexiros daandii Solomoon isa baaxii qabu irratti dhiheesse (11-26)

        • ‘Yeroo wanti hundi itti haareffamu’ (21)

        • Raajii akka Musee (22)

Hojii Ergamootaa 3:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 31

Hojii Ergamootaa 3:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 31

Hojii Ergamootaa 3:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 3:16; 4:10

Hojii Ergamootaa 3:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “koronyoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 8:14, 15; 9:24, 25
  • +Yoh 5:8, 9; HoE 9:34; 14:8-10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 31

Hojii Ergamootaa 3:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 35:6

Hojii Ergamootaa 3:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 3:2

Hojii Ergamootaa 3:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 10:23; HoE 5:12

Hojii Ergamootaa 3:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 3:6
  • +Flp 2:9-11
  • +HoE 5:30
  • +Isa 52:13; 53:11

Hojii Ergamootaa 3:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 27:20, 21; Luq 23:14, 18

Hojii Ergamootaa 3:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 5:31; Ibr 2:10
  • +Luq 24:46-48; HoE 1:8; 2:32

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2071

Hojii Ergamootaa 3:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 2:8
  • +Yoh 16:2, 3; 1Xi 1:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 32

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2009, ful. 32

Hojii Ergamootaa 3:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 118:22; Isa 50:6; 53:8; Dan 9:26; Luq 22:15

Hojii Ergamootaa 3:19

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “fuula Yihowaa duraa.” Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 33:14, 16; 1Yo 1:7
  • +HoE 2:38
  • +His 33:11; Efe 4:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 318

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 47

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 28

    6/15/2013, ful. 19-20

    1/1/2009, ful. 10

Hojii Ergamootaa 3:21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2024, ful. 4

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 33

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 92

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 104-105, 108

Hojii Ergamootaa 3:22

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 34:10; HoE 7:37
  • +Kes 18:15, 18

Hojii Ergamootaa 3:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 18:19

Hojii Ergamootaa 3:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 24:27; HoE 10:43

Hojii Ergamootaa 3:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 9:4
  • +Uma 22:18; Gal 3:8

Hojii Ergamootaa 3:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 13:45, 46; Rom 1:16

Yaada Wal Simu

HoE. 3:6HoE 3:16; 4:10
HoE. 3:7Mat 8:14, 15; 9:24, 25
HoE. 3:7Yoh 5:8, 9; HoE 9:34; 14:8-10
HoE. 3:8Isa 35:6
HoE. 3:10HoE 3:2
HoE. 3:11Yoh 10:23; HoE 5:12
HoE. 3:13Bau 3:6
HoE. 3:13Flp 2:9-11
HoE. 3:13HoE 5:30
HoE. 3:13Isa 52:13; 53:11
HoE. 3:14Mat 27:20, 21; Luq 23:14, 18
HoE. 3:15HoE 5:31; Ibr 2:10
HoE. 3:15Luq 24:46-48; HoE 1:8; 2:32
HoE. 3:171Qo 2:8
HoE. 3:17Yoh 16:2, 3; 1Xi 1:13
HoE. 3:18Fr 118:22; Isa 50:6; 53:8; Dan 9:26; Luq 22:15
HoE. 3:19His 33:14, 16; 1Yo 1:7
HoE. 3:19HoE 2:38
HoE. 3:19His 33:11; Efe 4:22
HoE. 3:22Kes 34:10; HoE 7:37
HoE. 3:22Kes 18:15, 18
HoE. 3:23Kes 18:19
HoE. 3:24Luq 24:27; HoE 10:43
HoE. 3:25Rom 9:4
HoE. 3:25Uma 22:18; Gal 3:8
HoE. 3:26HoE 13:45, 46; Rom 1:16
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Hojii Ergamootaa 3:1-26

Hojii Ergamootaa

3 Gaaf tokko Pheexirosii fi Yohaannis saʼaatii kadhannaatti, jechuunis saʼaatii sagalitti gara mana qulqullummaatti ol baʼaa turan; 2 namoonnis nama erga dhalatee jalqabee naafa ture tokko, namoota gara mana qulqullummaatti seenan akka kadhatuuf guyyuma guyyaadhaan baatanii fidanii balbala mana qulqullummaa isa Miidhagaa jedhamu dura kaaʼu turan. 3 Inni Pheexirosii fi Yohaannis gara mana qulqullummaatti yommuu seenuuf jedhan argee isaan kadhachuu jalqabe. 4 Pheexirosii fi Yohaannis garuu hubatanii isa ilaalan; achiis Pheexiros, “Nu ilaali” isaan jedhe. 5 Kanaafuu, inni waan isaan irraa argadha jedhee yaadee ija keessa isaan ilaale. 6 Pheexiros garuu, “Ani meetii fi warqii hin qabu; wantan qabu garuu siifan kenna. Maqaa Yesuus Kiristoos nama Naazireetiin kaʼiitii deemi!”+ jedhe. 7 Achiis harka isaa mirgaa qabee ol isa kaase.+ Yeruma sanas miilli isaa fi gulubiin* isaa ni jabaate;+ 8 utaalee kaʼees miila isaatiin dhaabbate;+ achiis adeemaa, utaalaa fi Waaqayyoon galateeffachaa isaanii wajjin gara mana qulqullummaa seene. 9 Namoonni hundis yommuu inni deemuu fi Waaqayyoon galateeffatu argan. 10 Namni kun namicha karra mana qulqullummaa isa Karra Miidhagaa jedhamu dura taaʼee kadhachaa ture sana taʼuu isaa ni beekan;+ wanta isa irratti raawwatamettis baayʼee ajaaʼibsiifatan; amanuus hin dandeenye.

11 Namichi Pheexirosii fi Yohaannisiin qabatee utuu jiruu, namoonni hundi baayʼee waan dinqisiifataniif daandii Solomoon isa baaxii qabutti fiiganii gara isaanii dhufan.+ 12 Pheexiros yommuu kana argu, namoota sanaan akkana jedhe: “Yaa namoota Israaʼel, maaliif akkanatti dinqisiifattu? Akka waan nuti humna keenyaan yookiin namoota Waaqayyoof bulle taʼuu keenyaan namichi kun akka adeemu goonetti maaliif fajajjanii nu ilaaltu? 13 Waaqni abbootii keenyaa, inni Waaqa Abrahaam, Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa Yaaqoob taʼe,+ Tajaajilaan isaa Yesuus+ inni Philaaxos gadhiisuuf murteessee utuu jiruu, isin immoo dabarsitanii kennitanii+ fi Philaaxos duratti gantan sun ulfina akka argatu godhe.+ 14 Isin nama qulqulluu fi qajeelaa sana gantanii, namichi inni nama ajjeese sun akka isiniif gadhiifamu gaafattan;+ 15 Bakka Buʼaa jireenyaa Isa Guddaa garuu ni ajjeestan.+ Haa taʼu malee Waaqayyo duʼaa isa kaase; nutis kanaaf ragoota dha.+ 16 Maqaan isaa fi amantiin nuti maqaa isaa irratti qabnu, namichi isin argitanii fi beektan kun jabaa akka taʼu godheera. Amantiin karaa isaa arganne, namichi kun hunda keessan duratti guutummaatti fayyaa akka taʼu godheera. 17 Yaa obbolootaa, isinis akkuma bulchitoonni keessan godhan+ utuu hin beekin kana akka gootan ani beeka.+ 18 Waaqayyo garuu Kiristoos kun akka dhiphatu wantoota afaan raajota isaa hundumaatiin dursee beeksise karaa kanaan raawwateera.+

19 “Kanaafuu, cubbuun keessan akka isinii haqamuuf+ yaada geddaradhaa,+ deebiʼaas;+ Yihowaa biraa* yeroon haareffamuu isiniif ni dhufa; 20 inni, Kiristoos isa isiniif muudame, jechuunis Yesuusiin isiniif erga. 21 Innis hanga yeroon wanti hundi akka haareffamu Waaqayyo karaa afaan raajota isaa qulqulluu warra durii dubbate sun gaʼutti samii keessa turuu qaba. 22 Museen iyyuu akkana jedheera: ‘Waaqni keessan Yihowaan* obboloota keessan gidduudhaa raajii akka kootii isiniif ni kaasa.+ Wanta inni isinitti himu kam iyyuu dhagaʼuu qabdu.+ 23 Namni* Raajii sana hin dhageenye kam iyyuu sabicha gidduudhaa ni balleeffama.’+ 24 Raajonni Saamuʼelii jalqabee turanii fi warri isa booda kaʼan hundi waaʼee guyyoota kanaa ifatti labsaniiru.+ 25 Isin ilmaan raajotaa fi ilmaan kakuu Waaqayyo abbootii keessanii wajjin gale sanaa ti;+ Waaqayyo Abrahaamiin, ‘Maatiiwwan lafa irraa hundi sanyii keetiin ni eebbifamu’ jedheera.+ 26 Waaqayyo Tajaajilaa isaa erga kaasee booda, tokkoon tokkoon keessan hojii keessan isa hamaa irraa isin deebisee isin eebbisuuf jalqaba gara keessanitti isa ergeera.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi