LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Lakkoofsaa

      • Uleen Aaron inni late mallattoo taʼe (1-13)

Lakkoofsa 17:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 1:4, 16

Lakkoofsa 17:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 34:29
  • +Bau 25:22; 30:36; Lew 16:2

Lakkoofsa 17:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 16:5
  • +Lak 11:1; 14:27; 16:11; 1Qo 10:6, 10
  • +Lak 14:2; 16:13, 41

Lakkoofsa 17:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 9:7; 31:27
  • +Lak 16:38
  • +Ibr 9:4

Lakkoofsa 17:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 1:51; 18:4, 7
  • +Lak 16:49

Yaada Wal Simu

Lak. 17:2Lak 1:4, 16
Lak. 17:4Bau 34:29
Lak. 17:4Bau 25:22; 30:36; Lew 16:2
Lak. 17:5Lak 16:5
Lak. 17:5Lak 11:1; 14:27; 16:11; 1Qo 10:6, 10
Lak. 17:5Lak 14:2; 16:13, 41
Lak. 17:10Kes 9:7; 31:27
Lak. 17:10Lak 16:38
Lak. 17:10Ibr 9:4
Lak. 17:13Lak 1:51; 18:4, 7
Lak. 17:13Lak 16:49
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Lakkoofsa 17:1-13

Lakkoofsa

17 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: 2 “Israaʼelotatti dubbadhu; tokkoon tokkoon mana abbootii+ irraa, jechuunis ajajjoota tokkoon tokkoon mana abbootii irraa ulee tokko tokko, walumaa galatti uleewwan 12 fudhadhu. Maqaa tokkoon tokkoon isaaniis ulee isaanii irratti barreessi. 3 Tokkoon tokkoon dura buutota mana abbootii irraa uleen tokko tokko waan fudhatamuuf, maqaa Aaron ulee Leewwii irratti barreessi. 4 Uleewwan kana dunkaana walgaʼii keessa Dhugaa Baatuu+ sana dura, bakka ani yeroo hundumaa isinitti itti mulʼadhu+ sana kaaʼi. 5 Uleen nama ani filadhuu+ ni lata; anis gungummii Israaʼelonni ana irrattii+ fi isin irratti gunguman+ nan dhaabsisa.”

6 Kanaafuu, Museen Israaʼelotatti ni dubbate; ajajjoonni isaanii hundis tokkoon tokkoon ajajjoota mana abbootiitiif ulee tokko tokko godhanii walumaa galatti uleewwan 12 isaaf ni kennan; uleen Aaronis uleewwan isaanii gidduu jira ture. 7 Achiis Museen uleewwan sana dunkaana Dhugaa Baatuu keessa Yihowaa dura ni kaaʼe.

8 Guyyaa itti aanutti Museen yommuu gara dunkaana Dhugaa Baatuu sanaatti seenu, kunoo, uleen Aaron inni mana Leewwii bakka buʼu latee, daraaree, abaaboo baafatee fi firii almoondii bilchaate godhatee ture. 9 Achiis Museen uleewwan sana hundumaa Yihowaa duraa gara guutummaa saba Israaʼelitti gad ni baase. Isaanis uleewwan sana ni ilaalan; tokkoon tokkoon isaaniis ulee ofii isaanii ni fudhatan.

10 Achiis Yihowaan Museedhaan, “Gungummiin isaan ana irratti gunguman akka dhaabbatuuf, akkasumas isaan akka hin duuneef, ilmaan fincilaa+ sanaaf mallattoo akka taʼuuf+ ulee Aaron+ deebisiitii Dhugaa Baatuu sana dura kaaʼi” jedhe. 11 Museenis yeruma sana akkuma Yihowaan isa ajaje ni godhe. Inni akkanuma ni godhe.

12 Israaʼelonnis yeroo kanatti Museedhaan akkana jedhan: “Amma duʼuu keenya; dhugumaan dhumuu keenya; hundi keenya dhumuuf jenna! 13 Namni godoo qulqulluu Yihowaatti dhihaatu kam iyyuu ni duʼa!+ Akka kanaan duunee dhumuuf jennaa?”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi