LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Tasalonqee 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 2 Tasalonqee

      • Kadhachuu keessan itti fufaa (1-5)

      • Akeekkachiisa amala seeraan ala ilaalchisee kenname (6-15)

      • Nagaa xumuraa (16-18)

2 Tasalonqee 3:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 19:20; 1Ta 1:8
  • +Rom 15:30; 1Ta 5:25; Ibr 13:18

2 Tasalonqee 3:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 25:4
  • +HoE 28:24; Rom 10:16

2 Tasalonqee 3:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 5:3
  • +Luq 21:19; Rom 5:3

2 Tasalonqee 3:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “isaan nu irraa fudhatanitti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 11:2; 2Ta 2:15; 3:14
  • +1Ta 5:14

2 Tasalonqee 3:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 4:16; 1Ta 1:6

2 Tasalonqee 3:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “kaffaltii malee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 20:34
  • +HoE 18:3; 1Qo 9:14, 15; 2Qo 11:9; 1Ta 2:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2019, ful. 5

2 Tasalonqee 3:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 10:9, 10; 1Qo 9:6, 7
  • +1Qo 11:1; Flp 3:17

2 Tasalonqee 3:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 4:11, 12; 1Xi 5:8

2 Tasalonqee 3:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 5:14
  • +1Xi 5:13; 1Ph 4:15

2 Tasalonqee 3:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 4:28

2 Tasalonqee 3:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Ta 3:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Gurmaaʼuu, ful. 144-146

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2016, ful. 11-12

2 Tasalonqee 3:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 5:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2016, ful. 11-12

2 Tasalonqee 3:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 14:27

2 Tasalonqee 3:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 16:21; Qol 4:18

Yaada Wal Simu

2Tas. 3:1HoE 19:20; 1Ta 1:8
2Tas. 3:1Rom 15:30; 1Ta 5:25; Ibr 13:18
2Tas. 3:2Isa 25:4
2Tas. 3:2HoE 28:24; Rom 10:16
2Tas. 3:51Yo 5:3
2Tas. 3:5Luq 21:19; Rom 5:3
2Tas. 3:61Qo 11:2; 2Ta 2:15; 3:14
2Tas. 3:61Ta 5:14
2Tas. 3:71Qo 4:16; 1Ta 1:6
2Tas. 3:8HoE 20:34
2Tas. 3:8HoE 18:3; 1Qo 9:14, 15; 2Qo 11:9; 1Ta 2:9
2Tas. 3:9Mat 10:9, 10; 1Qo 9:6, 7
2Tas. 3:91Qo 11:1; Flp 3:17
2Tas. 3:101Ta 4:11, 12; 1Xi 5:8
2Tas. 3:111Ta 5:14
2Tas. 3:111Xi 5:13; 1Ph 4:15
2Tas. 3:12Efe 4:28
2Tas. 3:142Ta 3:6
2Tas. 3:151Ta 5:14
2Tas. 3:16Yoh 14:27
2Tas. 3:171Qo 16:21; Qol 4:18
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
2 Tasalonqee 3:1-18

Tasalonqee Lammaffaa

3 Dhuma irrattis yaa obbolootaa, akkuma isin gidduutti taʼe, dubbiin Yihowaa* saffisaan babalʼachuu isaa akka itti fufuu+ fi ulfina akka argatu nuuf kadhachuu keessan itti fufaa;+ 2 akkasumas namoota miidhaa geessisanii fi hamoo taʼan irraa akka oollu+ nuuf kadhadhaa; sababiin isaas, amantiin wanta namni hundi qabu miti.+ 3 Haa taʼu malee, Gooftaan amanamaa dha; inni isin cimsa, isa hamaa sana irraas isin eega. 4 Kana malees, nuti duuka buutota Gooftaa waan taaneef, qajeelfama isiniif kennine hojii irra oolchaa akka jirtanii fi hojii irra oolchuu keessan akka itti fuftan ni amanna. 5 Waaqayyoon akka jaallattanii+ fi jabaattanii Kiristoosiif akka dhaabbattan,+ Gooftaan garaa keessan kallattii sirrii taʼe irra geggeessuu isaa itti haa fufu.

6 Ammas yaa obbolootaa, obboleessa akka barumsa isin nu irraa fudhattaniitti* utuu hin taʼin,+ seera malee deddeebiʼu+ kam irraa iyyuu akka fagaattan maqaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin qajeelfama isiniif kennina. 7 Fakkeenya keenya akkamitti hordofuu akka qabdan isin iyyuu beektu;+ sababiin isaas, nuti isin gidduu seera malee hin jiraanne, 8 akkasumas, nyaata nama kamii iyyuu tola* hin nyaanne.+ Kanaa mannaa, isin keessaa nama tokko illee baasii hedduu baasisuudhaan baʼaa akka isinitti hin taaneef, halkanii fi guyyaa dadhabnee, akkasumas dhamaanee hojjenna turre.+ 9 Kana kan goone, aangoo waan hin qabneef utuu hin taʼin,+ fakkeenya hordofuu qabdan goonee isiniif of dhiheessuu waan barbaanneefi.+ 10 Eeyyee, yeroo isin bira turre ajaja, “Namni hojjechuu hin barbaanne kam iyyuu hin nyaatin” jedhu irra deddeebinee isiniif kennaa turre.+ 11 Sababiin isaas, namoonni tokko tokko isin gidduu seera malee deddeebiʼaa akka jiran dhageenyeerra;+ isaan hojii hojjechuu dhiisanii wanta isaan hin galchine keessa galu.+ 12 Namoonni akkasii gab jedhanii akka hojjetanii fi wanta ofiin hojjetanii argatan akka nyaatan,+ maqaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiin isaan ajajna, akkasumas jabeessinee isaan gorsina.

13 Isin garuu yaa obbolootaa, wanta gaarii hojjechuu keessan hin dhiisinaa. 14 Haa taʼu malee, namni dubbii nuti karaa xalayaa kanaa isiniif ergineef hin ajajamne yoo jiraate, akka inni qaanaʼuuf mallattoo itti godhaa, michummaa isaa wajjin qabdanis dhaabaa.+ 15 Taʼus akka diinaatti isa hin ilaalinaa; kanaa mannaa, akka obboleessaatti isa gorsuu keessan itti fufaa.+

16 Gooftaan nagaa karaa hundumaan yeroo hunda nagaa isiniif haa kennu.+ Gooftaan hunda keessanii wajjin haa taʼu.

17 Kun nagaa koo isa ani Phaawulos harkuma kootiin barreesse dha,+ kun mallattoo xalayaa koo hundaa ti, kun akkaataa ani itti barreessu dha.

18 Gaarummaa guddaan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos hunda keessanii wajjin haa taʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi