LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Yihowaatti kooluu galuu

        • “Yihowaan mana qulqullummaa isaa isa qulqulluu keessa jira” (4)

        • Waaqni isa hammina jaallatu kam iyyuu ni jibba (5)

Faarfannaa 11:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu kootiin akkana jettu?”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 14:11; Fr 7:1; 56:11

Faarfannaa 11:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “inni ifus.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 1:2; An 2:20
  • +2Se 20:6; Fr 103:19; Mul 4:2, 3
  • +2Se 16:9; Fak 15:3; Zak 4:10; Ibr 4:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2008, ful. 3-7

Faarfannaa 11:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun isaa; Eenyummaan isaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 6:5; 7:1
  • +Fak 3:31; 6:16, 17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 53

    Jaalala Waaqayyoo, ful. 97

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 82

Faarfannaa 11:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “irratti kiyyoo ni roobsa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 19:24; His 38:22

Faarfannaa 11:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gaarummaa isaa ni argu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:4
  • +Fr 146:8
  • +Iyo 36:7; Fr 34:15; 1Ph 3:12

Yaada Wal Simu

Far. 11:12Se 14:11; Fr 7:1; 56:11
Far. 11:4Mik 1:2; An 2:20
Far. 11:42Se 20:6; Fr 103:19; Mul 4:2, 3
Far. 11:42Se 16:9; Fak 15:3; Zak 4:10; Ibr 4:13
Far. 11:5Uma 6:5; 7:1
Far. 11:5Fak 3:31; 6:16, 17
Far. 11:6Uma 19:24; His 38:22
Far. 11:7Kes 32:4
Far. 11:7Fr 146:8
Far. 11:7Iyo 36:7; Fr 34:15; 1Ph 3:12
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 11:1-7

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit.

11 Ani Yihowaatti kooluu galeera.+

Maarree isin akkamitti akkana naan jettu?*

“Akkuma simbirrootti gara gaara keetti baqadhu!

 2 Hamoonni iddaa akka dabsan ilaali;

Isaan dukkana keessaa warra garaa qajeelaa qaban waraanuuf,

Xiyya isaanii wadaroo iddaa irra kaaʼataniiru.

 3 Buʼuurawwan haqaa yommuu diigamanitti,

Qajeelonni maal gochuu dandaʼu?”

 4 Yihowaan mana qulqullummaa isaa isa qulqulluu keessa jira.+

Teessoon Yihowaa samiiwwan keessa jira.+

Ijji isaa ni ilaala; ijji isaa inni dammaqinaan argus* ilmaan namootaa ni qora.+

 5 Yihowaan isa qajeelaas taʼe isa hamaa ni qora;+

Inni* isa hammina jaallatu kam iyyuu ni jibba.+

 6 Isa hamaa dura kiyyoo ni kaaʼa;*

Ibidda, dinyii+ fi bubbee waxalus isaan irratti ni roobsa.

 7 Yihowaan qajeelaa dha;+ inni gocha qajeelaa ni jaallata.+

Qajeelonni fuula isaa ni argu.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi