LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 21
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Yohaannis

      • Yesuus barattoota isaatti mulʼate (1-14)

      • Pheexiros jaalala Yesuusiif qabu mirkaneesse (15-19)

        • “Ilmoolee hoolaa koo soori” (17)

      • Egeree barattoota Yesuus warra jaallatamoo (20-23)

      • Xumura (24, 25)

Yohaannis 21:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 11:16; 20:24
  • +Yoh 1:45
  • +Mat 4:21

Yohaannis 21:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 5:4, 5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 234

    Masaraa Eegumsaa,

    4/1/2010, ful. 25

Yohaannis 21:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 24:15, 16; Yoh 20:11, 14

Yohaannis 21:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qurxummii.”

Yohaannis 21:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 5:4, 6

Yohaannis 21:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “waa of irra buusee.”

  • *

    Ykn., “marxifatee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 13:23; 19:26; 20:2

Yohaannis 21:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gara dhundhuma 200.” Kutaa Dabalataa B14 ilaali.

Yohaannis 21:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mukukkula.”

Yohaannis 21:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 20:19, 26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 308

Yohaannis 21:15

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Hoolota xobbaallaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 22:32; HoE 20:28; 1Ph 5:2, 3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 34

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2017, ful. 13

    5/2017, ful. 22-23, 26

    Kitaaba Qulqulluu Irraa Baradhu, ful. 215

    Yesuus—Karaa, ful. 308

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 234-236

    Masaraa Eegumsaa,

    4/1/2010, ful. 25-26

    4/15/2008, ful. 31

    5/1/2007, ful. 9-10

Yohaannis 21:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 1:15; Ibr 13:20; 1Ph 2:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 234-236

    Masaraa Eegumsaa,

    4/1/2010, ful. 25-26

    5/1/2007, ful. 9-10

Yohaannis 21:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 10:14, 15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 308

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2013, ful. 16

    4/1/2010, ful. 25-26

    5/1/2007, ful. 9-10

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 234-236

Yohaannis 21:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 308

Yohaannis 21:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 19:28; Yoh 12:26; Mul 14:4

Yohaannis 21:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 13:23; 20:2

Yohaannis 21:21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 308

Yohaannis 21:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 308, 313

Yohaannis 21:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 13:23; 19:26; 20:2; 21:7

Yohaannis 21:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 20:30, 31

Yaada Wal Simu

Yoh. 21:2Yoh 11:16; 20:24
Yoh. 21:2Yoh 1:45
Yoh. 21:2Mat 4:21
Yoh. 21:3Luq 5:4, 5
Yoh. 21:4Luq 24:15, 16; Yoh 20:11, 14
Yoh. 21:6Luq 5:4, 6
Yoh. 21:7Yoh 13:23; 19:26; 20:2
Yoh. 21:14Yoh 20:19, 26
Yoh. 21:15Luq 22:32; HoE 20:28; 1Ph 5:2, 3
Yoh. 21:16HoE 1:15; Ibr 13:20; 1Ph 2:25
Yoh. 21:17Yoh 10:14, 15
Yoh. 21:19Mat 19:28; Yoh 12:26; Mul 14:4
Yoh. 21:20Yoh 13:23; 20:2
Yoh. 21:24Yoh 13:23; 19:26; 20:2; 21:7
Yoh. 21:25Yoh 20:30, 31
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Yohaannis 21:1-25

Wangeela Yohaannis

21 Kana booda Yesuus Galaana Xiberiyaas biratti ammas barattoota isaatti of mulʼise. Kan of mulʼises karaa kanaan ture; 2 Simoon Pheexiros, Toomaas (inni Didimoos jedhamu),+ Naatnaaʼel+ inni Qaanaa Galiilaadhaa dhufe, ilmaan Zabdewosii+ fi barattoonni isaa kan biroon lama walii wajjin turan. 3 Simoon Pheexirosis, “Qurxummii qabuun dhaqa” isaaniin jedhe. Isaanis, “Nutis sii wajjin dhaqna” isaan jedhan. Achiis baʼanii bidiruu yaabbatan; taʼus, halkan sana qurxummii tokko illee hin qabne.+

4 Haa taʼu malee, yommuu bariʼu Yesuus qarqara galaanichaa dhaabbatee ture; barattoonni garuu inni Yesuus taʼuu isaa hin hubanne.+ 5 Achiis Yesuus, “Ijoolle, wanta nyaatamu* qabduu?” isaaniin jedhe. Isaanis, “Hin qabnu!” jedhanii deebisan. 6 Innis, “Saaphana keessan karaa mirgaa bidirichaatiin darbadhaa, qurxummii ni argattu” isaaniin jedhe. Isaanis saaphana isaanii darbatan; yeroo kanatti qurxummii hedduu waan qabaniif, saaphana sana harkisuu dadhaban.+ 7 Yeroo kanatti barataan inni Yesuus jaallatu+ sun Pheexirosiin, “Gooftaadhaam!” jedhe. Simoon Pheexirosis inni Gooftaa taʼuu isaa yommuu dhagaʼu, qullaa isaa* waan tureef uffata isaa uffatee* utaalee galaanicha keessa seene. 8 Barattoonni kaan garuu bidiruu xinnoo irra taaʼanii saaphana qurxummiidhaan guutame sana harkisaa dhufan; sababiin isaas, isaan lafa irraa kan fagaatan gara meetira 90* qofa ture malee baayʼee fagoo hin turre.

9 Yommuu qarqara galaanichaa gaʼanis, barbadaa* cilee qurxummiin irra kaaʼamee fi daabboo argan. 10 Yesuusis, “Qurxummii amma qabdan keessaa muraasa fidaa” isaaniin jedhe. 11 Kanaafuu, Simoon Pheexiros bidiruu yaabbatee saaphana qurxummii guguddaa 153n guutame sana gara qarqara galaanichaatti harkise. Qurxummiin sun baayʼee taʼus, saaphanichi hin tarsaane. 12 Yesuusis, “Kottaa, ciree keessan nyaadhaa” isaaniin jedhe. Isaan inni Gooftaa taʼuu isaa beekanii waan turaniif, barattoota keessaa tokko illee, “Ati eenyu?” jedhee isa gaafachuuf hin onnanne. 13 Yesuus dhufee daabboo sana fuudhee isaaniif kenne, qurxummii sanas akkasuma godhe. 14 Yesuus erga duʼaa kaafamee booda barattootatti yeroo mulʼatu kun siʼa sadaffaa dha.+

15 Ciree erga nyaatanii boodas, Yesuus Simoon Pheexirosiin, “Yaa Simoon ilma Yohaannis, isaan kana caalaa na jaallattaa?” jedhe. Innis “Eeyyee, yaa Gooftaa, baayʼee akkan si jaalladhu ati iyyuu beekta” jedhee isaaf deebise. Yesuusis, “Hoolota* koo soori” isaan jedhe.+ 16 Ammas siʼa lammaffaa, “Yaa Simoon ilma Yohaannis, na jaallattaa?” isaan jedhe. Innis deebisee, “Eeyyee, yaa Gooftaa, baayʼee akkan si jaalladhu ati iyyuu beekta” isaan jedhe. Yesuusis, “Ilmoolee hoolaa koo tiksi” isaan jedhe.+ 17 Ammas siʼa sadaffaadhaaf, “Yaa Simoon ilma Yohaannis, baayʼee na jaallattaa?” isaan jedhe. Pheexiros, Yesuus siʼa sadaffaadhaaf, “Baayʼee na jaallattaa?” jedhee waan isa gaafateef ni gadde. Kanaafuu, “Yaa Gooftaa, ati waan hundumaa beekta; akkan baayʼee si jaalladhus beekta” isaan jedhe. Yesuusis akkana isaan jedhe: “Ilmoolee hoolaa koo soori.+ 18 Dhuguma dhuguman siin jedha, ati yommuu dargaggeessa turtetti ofuma keetii uffattee bakka barbaadde dhaqxa turte. Yommuu dulloomtu garuu, harka kee ni diriirsita, namni kan biraan sitti uwwisee bakka ati hin barbaanne si geessa.” 19 Inni kana kan dubbate, duʼa akkamiitiin Waaqayyoof ulfina akka fidu argisiisuuf ture. Erga kana dubbatee booda, “Ana duukaa buʼuu kee itti fufi” isaan jedhe.+

20 Pheexiros duubatti garagalee barataan inni Yesuus jaallatu+ utuu isaan duukaa buʼuu arge; barataan kun isa irbaata irratti qoma Yesuusitti siqee, “Yaa Gooftaa, inni dabarsee si kennu eenyu?” jedhee ture sana dha. 21 Kanaafuu, Pheexiros yommuu isa argu Yesuusiin, “Yaa Gooftaa, namichi kun immoo maal taʼa?” jedhe. 22 Yesuusis, “Hamman dhufutti akka inni turu yoon fedhe maaltu si dhibe? Ati na duukaa buʼuu kee itti fufi” isaan jedhe. 23 Kanaafuu, oduun barataan kun hin duʼu jedhu obboloota gidduutti odeeffame. Yesuus garuu, “Hamman dhufutti akka inni turu yoon fedhe maaltu si dhibe?” jedhe malee, inni hin duʼu hin jenne.

24 Barataan kun+ isa waaʼee wantoota kanaa ragaa baʼee fi wantoota kana barreesse dha; nutis raga baʼiinsi isaa dhugaa taʼuu isaa beekna.

25 Wantoonni Yesuus raawwate kan biroo hedduunis jiru; hundi isaanii tokko tokkoon utuu barreeffamaniiru taʼee, addunyaan iyyuu bakka maraawwan kitaabotaa kun kaaʼaman kan qabaatu natti hin fakkaatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi