LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 41
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa namni dhukkubsatee ciise dhiheesse

        • Yihowaan nama dhukkubsate ni kunuunsa (3)

        • Michuudhaan ganamuu (9)

Faarfannaa 41:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 15:7, 8; Fr 112:9; Fak 14:21; 22:9

Faarfannaa 41:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hawwii; lubbuu.” Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 5:7
  • +2Ph 2:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2015, ful. 24

Faarfannaa 41:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 20:5; Fr 103:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 189

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2015, ful. 24-25

    9/15/2008, ful. 5, 10-11

Faarfannaa 41:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 51:1
  • +Fr 32:5; 38:3; Fak 28:13
  • +Fr 6:2; 147:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2015, ful. 24-25

Faarfannaa 41:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 3:2; 71:10, 11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2008, ful. 5

Faarfannaa 41:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “natti garagaleera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 15:12; Iyo 19:19; Fr 55:12, 13
  • +Mar 14:18; Yoh 13:18, 26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 13

    9/15/2008, ful. 5

Faarfannaa 41:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 31:8; Er 20:13

Faarfannaa 41:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:21; Fak 2:7
  • +Fr 34:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2008, ful. 6

    9/15/2008, ful. 5

Faarfannaa 41:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 16:36; 29:10

Yaada Wal Simu

Far. 41:1Kes 15:7, 8; Fr 112:9; Fak 14:21; 22:9
Far. 41:2Mat 5:7
Far. 41:22Ph 2:9
Far. 41:32Mo 20:5; Fr 103:3
Far. 41:4Fr 51:1
Far. 41:4Fr 32:5; 38:3; Fak 28:13
Far. 41:4Fr 6:2; 147:3
Far. 41:8Fr 3:2; 71:10, 11
Far. 41:92Sa 15:12; Iyo 19:19; Fr 55:12, 13
Far. 41:9Mar 14:18; Yoh 13:18, 26
Far. 41:11Fr 31:8; Er 20:13
Far. 41:12Fr 25:21; Fak 2:7
Far. 41:12Fr 34:15
Far. 41:131Se 16:36; 29:10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 41:1-13

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit.

41 Namni rakkataadhaaf yaadu gammadaa dha;+

Yihowaan guyyaa rakkinaatti isa ni oolcha.

 2 Yihowaan isa eega, lubbuudhaanis isa jiraachisa.

Inni gammadaa akka taʼe lafa irratti ni dubbatama;+

Atis matumaa fedhii* diinota isaatti dabarsitee isa hin kennitu.+

 3 Siree dhukkubsatee irra ciisu irratti Yihowaan isa kunuunsa;+

Yeroo dhukkubsatee jirutti iddoo ciisichaa isaa guutummaatti isaaf ni jijjiirta.

 4 Ani, “Yaa Yihowaa, gaarummaa natti argisiisi.+

Si irratti cubbuu waanan hojjedheef+ na* fayyisi”+ nan jedhe.

 5 Diinonni koo garuu,

“Inni yoom duʼa? Maqaan isaa hoo lafa irraa yoom bada?” jedhanii waaʼee koo wanta hamaa dubbatu.

 6 Isaan keessaa inni tokko na ilaaluuf yommuu dhufu, garaan isaa soba dubbata.

Dubbii nama miidhu walitti qabata;

Achiis gad baʼee wanta sana alatti babalʼisa.

 7 Warri na jibban hundi walitti ni asaasu;

Akkana jedhaniis wanta hamaa na irratti yaadu:

 8 “Wanti sodaachisaan isa irra gaʼeera;

Inni kufeera, deebiʼees hin kaʼu.”+

 9 Namni naa wajjin nagaa qabu, inni ani itti amanamu,+

Inni nyaata koo nyaachaa ture koomee isaa ana irratti kaaseera.*+

10 Ati garuu yaa Yihowaa, gatii akkan isaaniif deebisuuf,

Gaarummaa natti argisiisi, olis na qabi.

11 Diinonni koo yommuu miira injifannootiin na irratti iyyuu dadhabanitti,+

Natti gammaduu kee kanaan nan beeka.

12 Amanamummaa kootiin kan kaʼe ol na qabda;+

Bara baraaf of dura na jiraachista.+

13 Yihowaan Waaqni Israaʼel,

Baraa hamma bara baraatti haa jajamu.+

Ameen, Ameen.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi