LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 54
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa yeroo diinota giddu turetti gargaarsa argachuuf dhiheesse

        • “Waaqayyo gargaaraa koo ti” (4)

Faarfannaa 54:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 23:19; 26:1

Faarfannaa 54:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 20:1; 79:9; Fak 18:10
  • +Fr 43:1

Faarfannaa 54:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 13:3; 65:2

Faarfannaa 54:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Isaan Waaqayyoon of dura hin kaaʼan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:16; 59:3
  • +Fr 36:1

Faarfannaa 54:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 12:18; Ibr 13:6

Faarfannaa 54:5

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “cal jechisiisi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 12:19
  • +Fr 143:12

Faarfannaa 54:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:14; Ibr 13:15
  • +Fr 7:17; 52:9

Faarfannaa 54:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 4:9; Fr 34:19; 37:39
  • +Fr 37:34; 59:10

Yaada Wal Simu

Far. 54:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru1Sa 23:19; 26:1
Far. 54:1Fr 20:1; 79:9; Fak 18:10
Far. 54:1Fr 43:1
Far. 54:2Fr 13:3; 65:2
Far. 54:3Fr 22:16; 59:3
Far. 54:3Fr 36:1
Far. 54:41Se 12:18; Ibr 13:6
Far. 54:5Rom 12:19
Far. 54:5Fr 143:12
Far. 54:6Fr 50:14; Ibr 13:15
Far. 54:6Fr 7:17; 52:9
Far. 54:72Sa 4:9; Fr 34:19; 37:39
Far. 54:7Fr 37:34; 59:10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 54:1-7

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; meeshaawwan muuziqaa ribuu qabaniin kan faarfatamu. Maaskiil.* Faarfannaa Daawit yeroo Ziifonni dhufanii, “Daawit nu gidduutti dhokateera” jedhanii Saaʼolitti himanitti+ faarfate.

54 Yaa Waaqayyo, maqaa keetiin na oolchi,+

Humna keetiinis naaf falmi.+

 2 Yaa Waaqayyo, kadhannaa koo dhagaʼi;+

Dubbii afaan kootiitiifis xiyyeeffannaa kenni.

 3 Sababiin isaas, namoonni orma taʼan na irratti kaʼaniiru,

Namoonni gara jabeeyyii taʼanis lubbuu koo balleessuu barbaadu.+

Isaan Waaqayyoof ulfina hin kennan.*+ (Seelaa)

 4 Kunoo, Waaqayyo gargaaraa koo ti;+

Yihowaan warra na* deggeranii wajjin jira.

 5 Inni hammina diinota kootii isaanuma irratti deebisa;+

Akka amanamummaa keetti isaan balleessi.*+

 6 Ani fedhiidhaan aarsaa siif nan dhiheessa.+

Yaa Yihowaa, kun gaarii waan taʼeef maqaa kee nan jajadha.+

 7 Inni dhiphina koo hundumaa irraa na oolcha,+

Anis miira injifannootiin diinota koo nan ilaala.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi