LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Miikiyaas 6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Miikiyaas

      • Falmii seeraa Waaqni Israaʼelii wajjin qabu (1-5)

      • Yihowaan maal si irraa barbaada? (6-8)

        • Haqa, amanamummaa, gad of qabuu (8)

      • Yakkaa fi adaba Israaʼel (9-16)

Miikiyaas 6:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 5:3

Miikiyaas 6:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:1, 4; Isa 1:2
  • +Isa 43:26; Er 2:35; Hos 4:1

Miikiyaas 6:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 2:5

Miikiyaas 6:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 12:51; Kes 4:20
  • +Kes 7:8
  • +Bau 15:20

Miikiyaas 6:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 22:5, 6
  • +Lak 23:7, 8; 24:10; Mul 2:14
  • +Lak 25:1; 33:48, 49
  • +Iya 4:19

Miikiyaas 6:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 15:22; Fr 51:16, 17; Isa 1:11

Miikiyaas 6:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu kootiifis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:8-15
  • +2Mo 3:26, 27; His 16:20

Miikiyaas 6:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “maal deebistee akka isaaf kennitu.”

  • *

    Ykn., “Wanta sirrii.”

  • *

    Ykn., “jaalala keetiin gaarummaa akka argisiistuu fi amanamaa akka taatu.” Kal., “jaalala amanamaa akka jaallattu.”

  • *

    Ykn., “Humna kee beektee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 21:3; Isa 1:17; Er 22:3; His 45:9; Hos 12:6
  • +Fak 3:3; Hos 6:6; Zak 7:9
  • +Fak 8:13
  • +Kes 10:12, 13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 25

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 189-200

    Mana Barumsaa Tajaajilaa, ful. 231-232

Miikiyaas 6:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 9:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2016, ful. 18-19

Miikiyaas 6:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa B14 ilaali.

Miikiyaas 6:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 25:13; Fak 11:1; Hos 12:7

Miikiyaas 6:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 59:3; Mik 7:2
  • +Er 9:3

Miikiyaas 6:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:5

Miikiyaas 6:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 26:26; His 4:16; Hos 4:10

Miikiyaas 6:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:38; Er 12:13; Yoe 1:10; Amo 5:11

Miikiyaas 6:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 16:25, 30; 2Mo 16:2, 3; 21:1, 3
  • +Er 19:8
  • +Fr 44:13; Er 51:51; Fru 5:1; Dan 9:16

Yaada Wal Simu

Mik. 6:1Isa 5:3
Mik. 6:2Fr 50:1, 4; Isa 1:2
Mik. 6:2Isa 43:26; Er 2:35; Hos 4:1
Mik. 6:3Er 2:5
Mik. 6:4Bau 12:51; Kes 4:20
Mik. 6:4Kes 7:8
Mik. 6:4Bau 15:20
Mik. 6:5Lak 22:5, 6
Mik. 6:5Lak 23:7, 8; 24:10; Mul 2:14
Mik. 6:5Lak 25:1; 33:48, 49
Mik. 6:5Iya 4:19
Mik. 6:61Sa 15:22; Fr 51:16, 17; Isa 1:11
Mik. 6:7Fr 50:8-15
Mik. 6:72Mo 3:26, 27; His 16:20
Mik. 6:8Fak 21:3; Isa 1:17; Er 22:3; His 45:9; Hos 12:6
Mik. 6:8Fak 3:3; Hos 6:6; Zak 7:9
Mik. 6:8Fak 8:13
Mik. 6:8Kes 10:12, 13
Mik. 6:9Isa 9:13
Mik. 6:11Kes 25:13; Fak 11:1; Hos 12:7
Mik. 6:12Isa 59:3; Mik 7:2
Mik. 6:12Er 9:3
Mik. 6:13Isa 1:5
Mik. 6:14Lew 26:26; His 4:16; Hos 4:10
Mik. 6:15Kes 28:38; Er 12:13; Yoe 1:10; Amo 5:11
Mik. 6:161Mo 16:25, 30; 2Mo 16:2, 3; 21:1, 3
Mik. 6:16Er 19:8
Mik. 6:16Fr 44:13; Er 51:51; Fru 5:1; Dan 9:16
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Miikiyaas 6:1-16

Miikiyaas

6 Maaloo, wanta Yihowaan jedhu dhagaʼaa.

Kaʼaa, gaarota duratti dhimma seeraa keessan dhiheeffadhaa,

Tabbawwanis sagalee keessan haa dhagaʼan.+

 2 Yaa gaarota nana, yaa hundeewwan lafaa warri ciccimoo taatan,

Falmii seeraa Yihowaa dhagaʼaa,+

Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa wajjin falmii seeraa qaba;

Inni saba Israaʼeliin ni falma:+

 3 “Yaa saba koo, maalan si godhe?

Akkamittan si dadhabsiise?+

Mee ragaa na irratti baʼi.

 4 Ani biyya Gibxii keessaa si baaseera,+

Mana garbummaa jalaas si fureera;+

Musee, Aaronii fi Miiriyaamiin+ si dura ergeera.

 5 Gochawwan qajeelummaa Yihowaa beekuu akka dandeessuuf,

Yaa saba koo, maaloo, yaada Baalaaq mootiin Moʼaab dhiheessee+ fi

Deebii Balaʼaam ilmi Be’or isaaf kenne,+

Wanta Shitiim+ irraa kaasee hamma Gilgaalitti+ raawwatame yaadadhu.”

 6 Ani maal fudhadheen Yihowaa duratti dhihaadha?

Maal fudhadheen Waaqa isa ol gubbaa jiru duratti sagada?

Aarsaawwan guutummaatti gubamanii fi

Jabbiiwwan waggaa tokkoo qabadhee isa duratti dhihaadhuu?+

 7 Yihowaan korbeeyyii hoolaa kumaan lakkaaʼamanitti,

Zayitii safartuu guguddaa kuma kudhaniin lakkaaʼamutti ni gammadaa?+

Ani fincila kootiif ilma koo isa angafaa,

Cubbuu kootiifis* firii qaama kootii kennuu?+

 8 Yaa namaa, inni wanta gaarii taʼe sitti himeera.

Yihowaan maal si irraa* barbaada?

Haqa* akka raawwattu,+ amanamummaa akka jaallattu,*+

Gad of qabuudhaan*+ Waaqa kee wajjin akka deddeebitu qofa mitii?+

 9 Sagaleen Yihowaa magaalattii ni waama;

Warri ogummaa qaban maqaa kee ni sodaatu.

Ulee sanaa fi isa isa ramade sanaaf xiyyeeffannaa kennaa.+

10 Mana nama jalʼaa keessa qabeenyi jalʼinaan argamee fi

Safartuun eefaa* hirʼuun inni jibbisiisaa taʼe amma iyyuu jiraa?

11 Ani madaallii jalʼaa fi

Dhagaa madaallii sobaa utuun harkaa qabuu karaa naamusaa qulqulluu taʼuu nan dandaʼaa?+

12 Sababiin isaas, namoonni ishii warri sooreyyiin jeequmsaan guutamaniiru;

Jiraattonni ishii soba dubbatu;+

Arrabni isaaniis gowwoomsituu dha.+

13 “Kanaafuu, ani si rukutee sin madeessa,+

Cubbuu keetiin kan kaʼes ona sin godha.

14 Ati ni nyaatta, garuu hin quuftu;

Keessi kee duwwaa ni taʼa.+

Wanta fudhattu eeggattee turfachuu hin dandeessu,

Wanta ati eeggattee turfatte immoo goraadeetti dabarsee nan kenna.

15 Sanyii ni facaafatta, garuu midhaan hin galfattu.

Zayitii baafachuuf firii ejersaa ni dhidhiitta, garuu zayitii isaatti hin fayyadamtu;

Daadhii wayinii haaraa ni qopheeffatta, garuu daadhii wayinii hin dhugdu.+

16 Sababiin isaas, ati dambiiwwan Omrii fi gocha mana Ahaab hundumaa ni hordofta,+

Akka gorsa isaaniittis ni deddeebita.

Ani, siin wanta sodaachisu,

Jiraattota ishii immoo wanta itti siiqsamu kanan godhu kanaafi;+

Ati qoosaa sabootaa ni baatta.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi