LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 133
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Tokkummaadhaan waliin jiraachuu

        • Akkuma zayitii mataa Aaron irratti dhangalaafamuu (2)

        • Akkuma fixeensa Hermoon (3)

Faarfannaa 133:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 13:8; Yoh 13:35; Qol 3:14; Ibr 13:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 56

Faarfannaa 133:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 27:9
  • +Bau 29:4, 7

Faarfannaa 133:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 3:8, 9; 1Se 5:23
  • +Fr 125:2

Yaada Wal Simu

Far. 133:1Uma 13:8; Yoh 13:35; Qol 3:14; Ibr 13:1
Far. 133:2Fak 27:9
Far. 133:2Bau 29:4, 7
Far. 133:3Kes 3:8, 9; 1Se 5:23
Far. 133:3Fr 125:2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 133:1-3

Faarfannaa

Faarfannaa Ol Baʼuu. Faarfannaa Daawit.

133 Ilaa, obboloonni tokkummaadhaan waliin jiraachuun isaanii

Akkam gaarii dha, akkam nama gammachiisas!+

 2 Inni akka zayitii gaarii mataa irratti dhangalaʼee+

Hamma areedaatti,

Hamma areeda Aaronitti+ gad buʼuu,

Kolleettaa uffata isaa irras gad yaaʼuu ti.

 3 Inni akka fixeensa Hermoon+

Isa gaarota Xiyoon irratti gad buʼu sanaa ti.+

Achitti Yihowaan eebba isaa,

Jechuunis jireenya bara baraa labseera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi