LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 24
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Mootiin ulfina qabeessi karrichatti ol seena

        • ‘Lafti kan Yihowaa ti’ (1)

Faarfannaa 24:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 29:11; Iyo 41:11; 1Qo 10:26

Faarfannaa 24:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:9; Iyo 38:11; Fr 136:6; Er 5:22

Faarfannaa 24:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 15:1-5

Faarfannaa 24:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kun lubbuu Yihowaa isa namichi ittiin kakatu kan argisiisu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 22:21; Isa 33:15, 16; Mat 5:8
  • +Fr 34:12, 13; Mil 3:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2017, ful. 4

Faarfannaa 24:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “haqa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 12:2
  • +Fr 128:1-5

Faarfannaa 24:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “kaʼaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 118:19; 122:2
  • +2Sa 6:15; Fr 48:1-3

Faarfannaa 24:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 93:1
  • +Bau 15:3; 1Sa 17:47; 2Se 20:15; Isa 42:13

Faarfannaa 24:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 118:19

Faarfannaa 24:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 29:11

Yaada Wal Simu

Far. 24:11Se 29:11; Iyo 41:11; 1Qo 10:26
Far. 24:2Uma 1:9; Iyo 38:11; Fr 136:6; Er 5:22
Far. 24:3Fr 15:1-5
Far. 24:42Sa 22:21; Isa 33:15, 16; Mat 5:8
Far. 24:4Fr 34:12, 13; Mil 3:5
Far. 24:5Isa 12:2
Far. 24:5Fr 128:1-5
Far. 24:7Fr 118:19; 122:2
Far. 24:72Sa 6:15; Fr 48:1-3
Far. 24:8Fr 93:1
Far. 24:8Bau 15:3; 1Sa 17:47; 2Se 20:15; Isa 42:13
Far. 24:9Fr 118:19
Far. 24:101Se 29:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 24:1-10

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit. Faarfannaa.

24 Laftii fi wanti ishii keessa jiru hundi,

Lafti oomisha kennituu fi warri ishii irra jiraatan kan Yihowaa ti.+

 2 Sababiin isaas, inni galaanota irra cimsee ishii dhaabeera,+

Lageen irras cimsee ishii hundeesseera.

 3 Gara gaara Yihowaatti kan ol baʼu eenyu?+

Iddoo qulqulluu isaa keessa kan dhaabbatu hoo eenyu?

 4 Nama harki isaa yakka hin raawwannee fi garaan isaa qulqulluu taʼe,+

Nama lubbuu kootiin* sobaan hin kakanne,

Akkasumas nama gowwoomsaadhaan hin kakanne dha.+

 5 Inni Yihowaa biraa eebba,

Waaqa fayyisaa isaa taʼe+ biraas qajeelummaa* ni argata.+

 6 Yaa Waaqa Yaaqoob, dhaloonni warra isa barbaaddatanii,

Kan warra fuula kee barbaaddataniis kana dha. (Seelaa)

 7 Isin karroonni mataa keessan ol qabaa;+

Mootiin ulfina qabeessi akka seenuuf,

Isin balbaloonni bara durii banamaa!*+

 8 Mootiin ulfina qabeessi kun eenyu?

Yihowaa isa cimaa fi jabaa taʼe,+

Yihowaa isa waraanatti jabaa taʼe dha.+

 9 Isin karroonni mataa keessan ol qabaa;+

Mootiin ulfina qabeessi akka seenuuf,

Isin balbaloonni bara durii banamaa!

10 Mootiin ulfina qabeessi kun eenyu?

Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti; inni Mootii ulfina qabeessa dha.+ (Seelaa)

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi