-
Faarfannaa 128:1-5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Wanta harka keetiin itti dhamaatee argatte ni nyaatta.
Ni gammadda, badhaadhinas ni argatta.+
3 Haati manaa tee mana kee keessatti akkuma muka wayinii firii godhatuu ni taati;+
Ilmaan kees naannoo maaddii keetti akkuma latiiwwan muka ejersaa ni taʼu.
4 Kunoo, namni Yihowaa sodaatu
Akka kanatti eebbifama.+
5 Yihowaan Xiyoon keessaa si eebbisa.
Bara jireenyaa kee hundumaatti Yerusaalem yommuu badhaadhina argattu kan argitu taʼi;+
-