LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Fayyina Yihowaan fidu hawwuu

        • “Yaa Yihowaa, hamma yoomiitti?” (1, 2)

        • Yihowaan guddisee nama kiisa (6)

Faarfannaa 13:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 13:24; Fr 6:3; 22:2

Faarfannaa 13:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:7, 8

Faarfannaa 13:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “duʼaan hin rafneef.”

Faarfannaa 13:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:2; 35:19

Faarfannaa 13:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 52:8; 147:11; 1Ph 5:6, 7
  • +1Sa 2:1

Faarfannaa 13:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 116:7; 119:17

Yaada Wal Simu

Far. 13:1Iyo 13:24; Fr 6:3; 22:2
Far. 13:2Fr 22:7, 8
Far. 13:4Fr 25:2; 35:19
Far. 13:5Fr 52:8; 147:11; 1Ph 5:6, 7
Far. 13:51Sa 2:1
Far. 13:6Fr 116:7; 119:17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 13:1-6

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit.

13 Yaa Yihowaa, hamma yoomiitti na irraanfatta? Bara baraafii?

Hamma yoomiitti fuula kee na jalaa dhoksita?+

 2 Guyyaa guyyaadhaan garaa kootti gaddaa,

Hamma yoomiittan yaaddoo cimaa qabaadha?

Diinni koo hamma yoomiitti na moʼa?+

 3 Yaa Waaqa koo Yihowaa, na ilaali, deebiis naaf kenni.

Akkan hin duuneef,* ija kootiif ifa kenni;

 4 Diinni koos, “Ani isa moʼeera!” hin jedhin.

Warri na morkatan kufaatii kootti akka gammadan hin godhin.+

 5 Ani garuu, jaalala kee isa amanamaatti nan amanama;+

Garaan koos gochawwan fayyinaa keetti ni gammada.+

 6 Inni guddisee waan na kiiseef,+ ani Yihowaa nan faarfadha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi