LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 144
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa injifannoo argachuuf dhihaate

        • ‘Namni duʼu maali dha?’ (3)

        • ‘Diinonni haa bittinnaaʼan’ (6)

        • HSabni Yihowaa gammadaa dha (15)

Faarfannaa 144:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:4
  • +2Sa 22:35; Fr 18:2, 34

Faarfannaa 144:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ol kaʼaa taʼee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 22:2, 3
  • +Fr 18:47

Faarfannaa 144:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 8:4; Ibr 2:6

Faarfannaa 144:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 39:5
  • +1Se 29:15; Iyo 14:1, 2

Faarfannaa 144:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dabsiitii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:9
  • +Bau 19:18

Faarfannaa 144:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 36:32
  • +2Sa 22:15

Faarfannaa 144:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Qabaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 22:17, 18; Fr 18:16, 17; 54:3

Faarfannaa 144:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Harki mirgaa isaanii harka mirgaa sobaa ti.”

Faarfannaa 144:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa siif nan qopheessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 33:3; 40:3; 96:1; Isa 42:10; Mul 5:9; 14:3

Faarfannaa 144:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fayyina.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 5:19; Fr 18:50
  • +1Sa 17:45, 46; 2Sa 21:15, 17

Faarfannaa 144:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2018, ful. 32

Faarfannaa 144:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 33:12; 37:9, 37; 146:5

Yaada Wal Simu

Far. 144:1Kes 32:4
Far. 144:12Sa 22:35; Fr 18:2, 34
Far. 144:22Sa 22:2, 3
Far. 144:2Fr 18:47
Far. 144:3Fr 8:4; Ibr 2:6
Far. 144:4Fr 39:5
Far. 144:41Se 29:15; Iyo 14:1, 2
Far. 144:5Fr 18:9
Far. 144:5Bau 19:18
Far. 144:6Iyo 36:32
Far. 144:62Sa 22:15
Far. 144:72Sa 22:17, 18; Fr 18:16, 17; 54:3
Far. 144:9Fr 33:3; 40:3; 96:1; Isa 42:10; Mul 5:9; 14:3
Far. 144:102Sa 5:19; Fr 18:50
Far. 144:101Sa 17:45, 46; 2Sa 21:15, 17
Far. 144:15Fr 33:12; 37:9, 37; 146:5
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 144:1-15

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit.

144 Yihowaan inni Qarsaa koo+ taʼe,

Inni harka koo waraanaaf,

Quba koos lolaaf leenjisu+ haa jajamu.

 2 Inni isa jaalala amanamaa natti argisiisuu fi isa dahoo koo taʼe dha,

Inni iddoo amansiisaa ani kooluu itti galuu* fi isa na oolchu,

Gaachana koo fi isa ani gaaddisa godhadhe dha,+

Inni saboonni akka anaaf bitaman godha.+

 3 Yaa Yihowaa, akka isa yaadattuuf namni maali dha?

Akka xiyyeeffannaa isaaf kennituufis ilmi nama duʼuu maali dha?+

 4 Namni akkuma qilleensaa ti;+

Guyyoonni isaas akkuma gaaddidduu darbuu ti.+

 5 Yaa Yihowaa, samiiwwan kee gad qabiitii* buʼi;+

Gaarota tuqiitii akka aarri keessaa baʼu godhi.+

 6 Bakakkaan akka balaqqeessaʼu godhiitii diina bittinneessi;+

Xiyyawwan kee darbadhuutii isaan burjaajessi.+

 7 Gubbaadhaa harka kee diriirsi;

Bishaanota jeeqaman jalaa,

Harka* namoota biyya ormaa jalaa na oolchi, na baraaris;+

 8 Isaan afaan isaanii dhara dubbata,

Sobaan kakachuufis harka mirgaa isaanii kaasu.*

 9 Yaa Waaqayyo, faarfannaa haaraa siif nan faarfadha.*+

Meeshaa muuziqaa ribuu kudhan qabuun faarfannaa galataa siif nan faarfadha;

10 Inni moototaaf injifannoo* kenna,+

Tajaajilaa isaa Daawitiin goraadee nama galaafatu jalaa ni oolcha.+

11 Harka namoota biyya ormaa,

Warra afaan isaanii dhara dubbatu,

Sobaan kakachuufis harka mirgaa isaanii kaasan jalaa na oolchi, na baraaris.

12 Sana booda, ijoolleen dhiiraa keenya akkuma biqiltoota dafanii guddatanii,

Ijoolleen durbaa keenyas akkuma utubaawwan golee mana mootummaatiif bocamanii ni taʼu.

13 Gootaraawwan keenya oomisha akaakuu hundumaatiin ni guutamu;

Bushaayeewwan dirree keenya keessa jiran kumaatama, kumaatama kudhanis ni taʼu.

14 Loon keenya warri dhaluu jala gaʼan hin miidhaman, hin gatatanis;

Addabaabayiiwwan keenya keessattis iyyi dhiphinaa hin dhagaʼamu.

15 Sabni wanti kun isaaf raawwatamu gammadaa dha!

Sabni Waaqni isaa Yihowaa taʼe gammadaa dha!+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi