LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 149
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Faarfannaa injifannoo Waaqaatiif dhihaate

        • Waaqni saba isaatti ni gammada (4)

        • Warri Waaqaaf amanamoo taʼan ulfina ni argatu (9)

Faarfannaa 149:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 33:3; 96:1; Isa 42:10; Mul 5:9
  • +Fr 22:22

Faarfannaa 149:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 100:3; Isa 54:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 125

Faarfannaa 149:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa isaaf haa qopheessan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 11:34
  • +Bau 15:20; Fr 150:4

Faarfannaa 149:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 84:11
  • +Fr 132:16; Isa 61:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2021, ful. 20

Faarfannaa 149:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 63:6

Faarfannaa 149:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 7:1

Yaada Wal Simu

Far. 149:1Fr 33:3; 96:1; Isa 42:10; Mul 5:9
Far. 149:1Fr 22:22
Far. 149:2Fr 100:3; Isa 54:5
Far. 149:3Abo 11:34
Far. 149:3Bau 15:20; Fr 150:4
Far. 149:4Fr 84:11
Far. 149:4Fr 132:16; Isa 61:10
Far. 149:5Fr 63:6
Far. 149:9Kes 7:1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 149:1-9

Faarfannaa

149 Yaahiin jajadhaa!*

Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa;+

Gumii warra amanamoo taʼanii keessatti isa jajadhaa.+

 2 Israaʼel Uumaa isaa Isa Guddaatti+ haa gammadu;

Ilmaan Xiyoonis Mootii isaaniitti haa gammadan.

 3 Shubbisaan+ maqaa isaa haa jajatan,

Dibbee fi baganaadhaanis faarfannaa galataa isaaf haa faarfatan.*+

 4 Yihowaan saba isaatti ni gammada.+

Garraamota fayyina ni gonfachiisa.+

 5 Warri amanamoon ulfinaan haa gammadan;

Isaan siree isaanii irratti haa ililchan.+

 6 Faarfannaawwan Waaqayyoon jajachuuf dhihaatan qoonqoo isaanii keessa,

Goraadeen karaa lamaan qarames harka isaanii keessa haa jiraatu;

 7 Kunis kan taʼu, saboota irratti haaloo baʼuuf,

Namootas adabuuf,

 8 Mootota isaanii funcaadhaan,

Guguddoota isaaniis hidhaa sibiilaatiin hidhuuf,

 9 Murtii barreeffames isaan irratti raawwachiisuufi.+

Warri isaaf amanamoo taʼan hundi ulfina kana ni argatu.

Yaahiin jajadhaa.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi