LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 21
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Eebba mootiin Yihowaatti amanamu argatu

        • Mootichaaf umurii dheeraan ni kenname (4)

        • Diinonni Waaqaa ni moʼamu (8-12)

Faarfannaa 21:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 63:11
  • +Fr 28:7

Faarfannaa 21:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:8; 20:4

Faarfannaa 21:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qulqulleeffame.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 12:30

Faarfannaa 21:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “dheerina guyyootaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 13:3; 61:6

Faarfannaa 21:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 7:8, 9

Faarfannaa 21:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Gammachuu fuula keetiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 72:17
  • +Fr 16:11; 45:7

Faarfannaa 21:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hin gatantaru.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 30:6
  • +Fr 16:8

Faarfannaa 21:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:22; Fr 110:5; Mil 4:1

Faarfannaa 21:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “firii.”

Faarfannaa 21:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:16
  • +Fr 2:1

Faarfannaa 21:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “wadaroo iddaa.”

  • *

    Kal., “fuula isaaniitti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 9:3; 56:9

Faarfannaa 21:13

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ni faarfanna, muuziqaas ni qopheessina.”

Yaada Wal Simu

Far. 21:1Fr 63:11
Far. 21:1Fr 28:7
Far. 21:2Fr 2:8; 20:4
Far. 21:32Sa 12:30
Far. 21:4Fr 13:3; 61:6
Far. 21:52Sa 7:8, 9
Far. 21:6Fr 72:17
Far. 21:6Fr 16:11; 45:7
Far. 21:71Sa 30:6
Far. 21:7Fr 16:8
Far. 21:9Kes 32:22; Fr 110:5; Mil 4:1
Far. 21:11Fr 34:16
Far. 21:11Fr 2:1
Far. 21:12Fr 9:3; 56:9
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 21:1-13

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit.

21 Yaa Yihowaa, jabina keetiin mootichi ni gammada;+

Inni gochawwan fayyinaa keetti baayʼee gammada!+

 2 Ati fedhii garaa isaa isaaf ni guutte,+

Kadhata afaan isaas isa hin dhowwanne. (Seelaa)

 3 Eebbawwan hedduudhaan isa simatte;

Gonfoo warqii gaarii* irraa tolfames mataa isaa irra keesse.+

 4 Inni jireenya si kadhate,

Atis jireenya dheeraa,* eeyyee, jireenya bara baraa isaaf ni kennite.+

 5 Gochawwan fayyinaa kee ulfina guddaa isaaf argamsiisu.+

Atis kabajaa fi simboo isaaf ni kennite.

 6 Bara baraaf kan eebbifame akka taʼu ni goota;+

Gammachuu isaa wajjin taʼuu keetiin argamuun* akka gammadu ni goota.+

 7 Mootichi Yihowaatti amanama;+

Jaalala amanamaa Isa Hundaa Oliitiin kan kaʼes inni matumaa hin raafamu.*+

 8 Harki kee diinota kee hundumaa ni qabata;

Harki kee mirgaas warra si jibban ni qabata.

 9 Yeroo murteeffametti yommuu xiyyeeffannaa isaaniif kennitu akkuma iddoo ibiddaa bobaʼaa jiruu isaan ni goota.

Yihowaan dheekkamsa isaatiin isaan ni liqimsa, ibiddis isaan ni nyaata.+

10 Ati sanyii* isaanii lafa irraa,

Ijoollee isaaniis ilmaan namootaa gidduudhaa ni balleessita.

11 Isaan si irratti hamaa hojjechuu yaadaniiru;+

Karoora hamminaa hin milkoofnes qopheessaniiru.+

12 Iddaa* kee isaan irratti* akeekkachuudhaan,

Duubatti akka deebiʼan ni goota.+

13 Yaa Yihowaa, jabina keetiin kaʼi.

Nuti guddina keetiif faarfannaa galataa ni faarfanna.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi