LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 141
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa eegumsa argachuuf dhihaate

        • ‘Kadhannaan koo akkuma ixaanaa haa taʼu’ (2)

        • Adabni nama qajeelaa akkuma zayitii ti (5)

        • Hamoonni saaphana ofii keessatti ni kufu (10)

Faarfannaa 141:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 31:17
  • +Fr 40:13; 70:5
  • +Fr 39:12

Faarfannaa 141:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 30:34-36; Luq 1:9, 10; Mul 5:8; 8:3, 4
  • +Bau 29:41

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2022, ful. 20

    3/2022, ful. 21

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2014, ful. 16

Faarfannaa 141:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 13:3; 21:23; Yaq 1:26

Faarfannaa 141:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 8:58; Fr 119:36

Faarfannaa 141:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 12:7, 9; Fak 17:10; Gal 6:1
  • +Fak 6:23; Yaq 5:14
  • +Fak 9:8; 19:25; 25:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 57

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2015, ful. 31

Faarfannaa 141:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼool,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Faarfannaa 141:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hin dhangalaasin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 20:12; Fr 25:15

Faarfannaa 141:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +As 7:10; Fr 7:14, 15; 9:15; 57:6

Yaada Wal Simu

Far. 141:1Fr 31:17
Far. 141:1Fr 40:13; 70:5
Far. 141:1Fr 39:12
Far. 141:2Bau 30:34-36; Luq 1:9, 10; Mul 5:8; 8:3, 4
Far. 141:2Bau 29:41
Far. 141:3Fak 13:3; 21:23; Yaq 1:26
Far. 141:41Mo 8:58; Fr 119:36
Far. 141:52Sa 12:7, 9; Fak 17:10; Gal 6:1
Far. 141:5Fak 6:23; Yaq 5:14
Far. 141:5Fak 9:8; 19:25; 25:12
Far. 141:82Se 20:12; Fr 25:15
Far. 141:10As 7:10; Fr 7:14, 15; 9:15; 57:6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 141:1-10

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit.

141 Yaa Yihowaa, sin waammadha.+

Na gargaaruuf dafii kottu.+

Yommuun si waammadhu xiyyeeffannaadhaan na dhagaʼi.+

 2 Kadhannaan koo si duratti akkuma ixaana+ qopheeffamee,

Harki koo inni ol kaafames akkuma aarsaa midhaanii galgalaa naaf haa taʼu.+

 3 Yaa Yihowaa, afaan kootiif eegduu dhaabi,

Balbala afaan kootii akkan eeggadhu na gargaari.+

 4 Jalʼootaa wajjin gochawwan hamminaa irratti akkan hin hirmaanneef,

Garaan koo gara wanta hamaatti akka goru hin godhin;+

Ani matumaa nyaata isaanii isa gaarii nyaachuu hin barbaadu.

 5 Kun gocha jaalala amanamaa argisiisu waan taʼeef, namni qajeelaan na haa rukutu;+

Kun akkuma zayitii mataa koo irratti dhangalaʼuu waan taʼeef, inni na haa adabu,+

Mataan koos kana matumaa hin didu.+

Yeroo rakkinni isaan irra gaʼetti illee kadhannaa dhiheessuu koo ittan fufa.

 6 Abbootiin murtii isaanii qarqara hallayyaa irraa yoo darbataman illee,

Kan nama gammachiisu waan taʼeef, namoonni dubbii koo xiyyeeffannaadhaan ni dhagaʼu.

 7 Akkuma namni tokko yommuu lafa qotuu fi bulleessu godhutti,

Lafeewwan keenyas afaan Awwaalaa* biratti ni bittinnaaʼan.

 8 Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ijji koo garuu gara kee ni ilaala.+

Ani sitti kooluu galeera.

Lubbuu koo hin balleessin.*

 9 Mangaagaa kiyyoo isaan naaf kaaʼanii jalaa,

Qamaaxira warra hammina hojjetanii jalaas na eegi.

10 Hamoonni walumaan saaphanuma isaanii keessatti ni kufu;+

Ani garuu nagaadhaan achiin nan darba.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi