LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 127
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Waaqaan alatti wanti hundi gatii hin qabu

        • “Yihowaan mana yoo ijaare malee” (1)

        • Ijoolleen kennaa Yihowaa biraa argamani dha (3)

Faarfannaa 127:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 3:6; 10:22; 16:3
  • +Isa 27:3

Faarfannaa 127:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 3:5; Lal 5:12

Faarfannaa 127:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ilmaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 33:4, 5; 48:3, 4; 1Sa 2:21
  • +Uma 41:51, 52; Lew 26:9; Iyo 42:12, 13; Fr 128:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2019, ful. 22

    Maatii, ful. 126

Faarfannaa 127:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 17:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2019, ful. 27

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2013, ful. 17

    7/1/2008, ful. 22-24

    9/1/2007, ful. 25-26, 32

Faarfannaa 127:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 50:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2008, ful. 22-24

Yaada Wal Simu

Far. 127:1Fak 3:6; 10:22; 16:3
Far. 127:1Isa 27:3
Far. 127:2Fr 3:5; Lal 5:12
Far. 127:3Uma 33:4, 5; 48:3, 4; 1Sa 2:21
Far. 127:3Uma 41:51, 52; Lew 26:9; Iyo 42:12, 13; Fr 128:3
Far. 127:4Fak 17:6
Far. 127:5Uma 50:23
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 127:1-5

Faarfannaa

Faarfannaa Ol Baʼuu. Faarfannaa Solomoon.

127 Yihowaan mana yoo ijaare malee,

Ijaartonni jabaatanii hojjechuun isaanii gatii hin qabu.+

Yihowaan magaalaa yoo eege malee,+

Eegduun dammaqee eeguun isaa gatii hin qabu.

 2 Inni warra jaallatuuf utuma hirriba kennuu wanta barbaachisu waan isaaniif qopheessuuf,+

Isin ganama barii kaatanii,

Hamma galgalaattis turtanii,

Nyaata keessan argachuuf dhamaʼuun keessan gatii hin qabu.

 3 Kunoo, ijoolleen* dhaala Yihowaa biraa argamani dha;+

Firiin gadameessaas kennaa isaa ti.+

 4 Ilmaan namni tokko dargaggummaatti dhalchu,

Akkuma xiyyawwan harka nama jabaa keessa jiranii ti.+

 5 Namni korojoo xiyyaa isaa isaaniin guuttatu gammadaa dha.+

Isaan karra magaalaa irratti diinotaa wajjin waan dubbataniif,

Hin qaanaʼan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi