LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • yp2 ful. 112-113
  • Mana Barumsaa fi Hiriyoota Kee

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Mana Barumsaa fi Hiriyoota Kee
  • Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yaadannoo Dhuunfaa​—Mana Burumsaa fi Hiriyoota Kee
    Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
  • Ijoollee Keessaniif Qajeelfama Kennuu kan Dandeessan Akkamitti?
    Gargaarsa Maatiidhaaf Taʼu
  • Barumsi Yoo na Jibbisiise Maal Gochuun Dandaʼa?
    Gaaffii Dargaggootaa
  • Dhiibbaa Hiriyaa Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
    Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
Dabalataan Ilaaluuf
Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
yp2 ful. 112-113

KUTAA 4

Mana Barumsaa fi Hiriyoota Kee

Gosa barnootaa tokko tokkorratti qabxii ittiin darbitu argachuun sitti ulfaataa?

□ Eeyyee

□ Lakki

Mana barumsaatti ijoolleen si doorsisanii beekuu ykn miidhaan saalaa sirra gaʼee beekaa?

□ Eeyyee

□ Lakki

Hiriyoota kee wajjin wanta sirrii hin taane raawwachuuf qoramtee beektaa?

□ Eeyyee

□ Lakki

‘Dhiibbaa mana barumsaatti narra gaʼe dandamachuu yoon dandaʼe, wanta sana booda na mudatu kamiyyuu dandamachuu nan dandaʼa’ jettee yaadda taʼa. Yaanni kun hamma tokko dhugaa taʼuu dandaʼa. Haalli mana barumsaatti si mudatu cimina sammuu, miiraa fi hafuuraa kee qoruu dandaʼa. Ilaalcha hiriyoota kee warra ulaagaa Waaqayyoo hordofuu hin barbaanneen utuu hin faalamin barumsa kee hordofuu kan dandeessu akkamitti? Boqonnaan 13-17 dandeettii gama kanaan si barbaachisu horachuuf si gargaara.

[Fakkii guutuu fuula 112, 113rra jiru]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi