LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • lfb ful. 174-175
  • Seensa Kutaa 12

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Seensa Kutaa 12
  • Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Mootummaa Waaqayyoo Ilaalchisee Dhugaa Jiru
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
  • Yesus Kadhannaa Akka Dhiheessinu Nu Barsiiseera
    Barsiisaa Guddicharraa Baradhu
  • Mootummaan Waaqayyoo Haala Garaa Namaa Keessa Jirudhaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Seensa Kutaa 11
    Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
Dabalataan Ilaaluuf
Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
lfb ful. 174-175
Yesuus ijoollee fi namoota guguddaa yommuu barsiisu

Seensa Kutaa 12

Yesuus waaʼee Mootummaa samii namoota barsiiseera. Maqaan Waaqayyoo akka qulqullaaʼu, Mootummaan Waaqayyoo akka dhufuu fi fedhiin isaa lafa irratti akka taʼu akka kadhatanis barsiiseera. Warra yoo taatan, kadhannaan kun nuuf hiika maalii akka qabu ijoollee keessaniif ibsaa. Yesuus, Seexanni amanamummaa isaa akka laaffisu hin heyyamne. Inni namoota ergamoota isaa taʼan kan filate siʼa taʼu, isaanis Mootummicha keessatti miseensota hundee jalqabaa taʼaniiru. Yesuus waaqeffannaa dhugaatiif hinaaffaa akka qabu hubadhaa. Inni namoota gargaaruu waan barbaaduuf, warra dhukkubsatan fayyiseera, warra beelaʼan nyaachiseera, warra duʼan illee duʼaa kaaseera. Dinqiiwwan kana hundaa hojjechuudhaan, Mootummichi ilmaan namootaatiif maal akka raawwatu argisiiseera.

BARUMSAWWAN IJOO

  • Yesuus, duuka buutonni isaa, waaʼee Mootummichaa akka lallabanii fi barattoota akka godhaniif hojii isaaniif kenneera

  • Yommuu kadhannaa dhiheessitan dhimma mataa keessaniif utuu hin taʼin, dhimmoota Yihowaa wajjin wal qabataniif dursa kennaa

  • Garaadhaa tola dhiifama godhaa, wanta namoonni akka isiniif godhan barbaaddan isinis akkasuma isaaniif godhaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi