Namoota Nagaa Jaallattan Taʼaa
Ganama
3:40 Muuziqaa
3:50 Faarfannaa Lakk. 58 fi Kadhannaa
4:00 Namoonni Nagaa Jaallattan Baga Nagaan Dhuftan!
4:15 Namoota Nagaa Jaallatan Barbaaduu Keessan Itti Fufaa
4:30 Bulchaan Nagaa Warra Nagaa Jaallatan Argachuuf Akka Isin Gargaaru Heyyamaa
4:55 Faarfannaa Lakk. 103 fi Beeksisa
5:05 Namoonni Nagaa Jaallatan Kana Booda Waraana hin Baratan
5:35 Haasaa Cuuphaa
6:05 Faarfannaa Lakk. 79
Waaree Booda
7:20 Muuziqaa
7:30 Faarfannaa Lakk. 76
7:35 Muuxannoo
7:45 Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa
8:15 Simpooziyemii: Namoonni Nagaa Jaallatan Wal Gargaaru
• “Garaa Keessan Balʼisaa Banaa”
• Dargaggoonni Dandeettii Isaanii Sirriitti Akka Fayyadaman Gargaaraa
• Maanguddoota Kabajaa
9:00 Faarfannaa Lakk. 57 fi Beeksisa
9:10 Namoonni Nagaa Jaallatan Hamaa Gaariidhaan kan Moʼan Akkamitti?
9:55 Faarfannaa Lakk. 45 fi Kadhannaa