LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w12 7/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
w12 7/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Adoolessa 15, 2012

© 2012 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. Mirgi abbummaa seeraan eegamaadha

Maxxansa Qayyabannaa

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

HAGAYYA 27, 2012–FULBAANA 2, 2012

Yihowaan Birmadummaa Dhugaatti Akka Si Geessu Heyyami

FUULA 7 • FAARFANNAA: 16, 27

FULBAANA 3-9, 2012

Waaqa Birmadummaa Namaa Kennu Tajaajilaa

FUULA 12 • FAARFANNAA: 6, 54

FULBAANA 10-16, 2012

‘Eenyu Durattuu Hin Pherpheramnu’

FUULA 22 • FAARFANNAA: 33, 45

FULBAANA 17-23, 2012

‘Waaqayyo Tokkichi’ Maatiisaa Walitti Qabaa Jira

FUULA 27 • FAARFANNAA: 53, 50

KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1, 2 FUULA 7-16

Yihowaan uumamawwansaa yaaduu dandaʼan hundi birmaduu guddaa akka argatan barbaada. Matadureewwan qayyabannaa kana keessatti saba birmadummaa qabu akka taanuuf akkamitti akkanni nu barsiisaa jiru baranna. Akkasumas, Seexanni birmadummaa biyyi lafaa qabutti fayyadamuudhaan birmaduu dhugaa qabnu qoruuf yaalii inni godhu baranna.

MATADUREE QAYYABANNAA 3 FUULA 22-26

Mormiin kan nu mudatuufi haalli dinagdee gad badaa kan deemu taʼus, ija jabinaan lallabuu keenya kan itti fufnu maaliifi? Sababiin kana itti goonu hedduun Faarfannaa 27 isa matadureen kun irratti hundaaʼe keessatti argama.

MATADUREE QAYYABANNAA 4 FUULA 27-31

Bulchiinsi Waaqayyoo yeroo harʼaa sochii gochaa jira. Ergaa Phaawulos warra Efesooniif barreesse keessaa muraasa qoruun keenya kaayyoo bulchiinsa kanaa hubachuufi haala isaa wajjin walsimuun jiraachuuf nu gargaara.

MATADUREEWWAN DABALATAA

3 Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Ikuwaadoritti

17 Yihowaan Fedhasaa Raawwachuu Na Barsiiseera

32 “Abjuunkoo Naa Dhugoomeera”

FAKKII QOLASAARRA JIRU: Biraaziil, magaalaa Riyoo De Jeneerootti Afaan Mallattootiin yommuu lallaban

NAANNOO TAJAAJILAA AFAAN MALLATTOO BIRAAZIIL

GUMIIWWAN

358

TUUTA

460

AANAA

18

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi