LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w13 3/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MAXXANSA QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
w13 3/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Bitootessa 15, 2013

© 2013 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. All rights reserved.

MAXXANSA QAYYABANNAA

EBLA 29, 2013–CAAMSAA 5, 2013

Warra Yihowaa Jaallatan ‘Wanti Gufachiisu Hin Jiru’

FUULA 3 • FAARFANNAA: 45, 32

CAAMSAA 6-12, 2013

‘Garaa Ittiin’ Yihowaa ‘Beektan’ Qabaadhaa

FUULA 8 • FAARFANNAA: 31, 23

CAAMSAA 13-19, 2013

‘Waaqayyoon Beekuu Bira Erga Geenyee’ Booda Maal Gochuu Qabna?

FUULA 13 • FAARFANNAA: 54, 24

CAAMSAA 20-26, 2013

Yihowaan Iddoo Kooluu Itti Galludha

FUULA 19 • FAARFANNAA: 51, 1

CAAMSAA 27, 2013–WAXABAJJII 2, 2013

Maqaa Yihowaa Isa Guddaadhaaf Ulfina Kennaa

FUULA 24 • FAARFANNAA: 27, 10

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

▪ Warra Yihowaa Jaallatan ‘Wanti Gufachiisu Hin Jiru’

Kiristiyaanonni hundi badhaasa jireenya barabaraa argachuuf dorgommii keessa jiru. Taʼus, hundi keenya cubbuu dhaalleen kan kaʼe ni gufanna. Matadureen kun, gufuuwwan shanan addaan baasnee akka beeknuufi dorgommii keenyarratti akka nu hin gufachiisne gochuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.

▪ ‘Garaa Ittiin’ Yihowaa ‘Beektan’ Qabaadhaa

Macaafni Ermiyaas waaʼee garaa keenyaa waan baayʼee nutti hima. Matadureen kun, ‘garaan dhagna hin qabamne’ maal akka taʼeefi garaan akkasii Kiristiyaanotaafillee hangam hamaa akka taʼe beekuuf nu gargaara. ‘Garaa Yihowaa beeku’ qabaachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼes ibsa.—Er. 9:26; 24:7.

▪ ‘Waaqayyoon Beekuu Bira Erga Geenyee’ Booda Maal Gochuu Qabna?

Waaqayyoon beekuufi isa biratti beekamuun tarkaanfiiwwan akkamii fudhachuu dabalata? Kiristiyaanni tokko karaa hafuuraa erga guddatee booda, guddina gochuusaa itti fufuu kan qabu akkamitti? Maaliif? Matadureen kun deebii gaaffiiwwan kanaa argachuuf nu gargaara.

▪ Yihowaan Iddoo Kooluu Itti Galludha

Biyya lafaa akka diinaatti nu ilaalu keessa kan jiraannu taʼus, sodaachuu hin qabnu. Matadureen kun hunda caalaa iddoon itti kooluu gallu Yihowaa akka taʼe ibsa.

▪ Maqaa Yihowaa Isa Guddaadhaaf Ulfina Kennaa

Saba maqaa Waaqayyootiin waamaman keessaa tokko taʼuu jechuun maal jechuudha? Maqaa kanaa wajjin haala walsimuun jiraachuu jechuun maal jechuudha? Waaqayyo namoota maqaasaatiif ulfina hin kennineef ilaalcha akkamii qaba? Matadureen kun gaaffiiwwan kanaaf deebii kenna.

MATADUREEWWAN DABALATAA

18 Jajjabina Fudhadhaa—Isinis Warra Kaan Jajjabeessaa

29 Dhuguma Joseefastu Barreessee?

30 Gonkumaa Abdii Hin Kutatin!

FAKKII QOLASAARRA JIRU: Fiinlaandi biyya qarqara galaanaatti argamtuufi odoola hedduu qabdudha. Keessumaa naannoo Laapilaandiifi baha Fiinlaanditti haroowwan kuma hedduutti lakkaaʼamantu argamu. Babalʼistoonni yeroo muraasaaf bakka labsitoonni Mootummichaa caalaatti barbaachisan dhaqanii tajaajilan, bakka kanatti bidiruutti fayyadamuudhaan lallabu

FIINLAANDI

BAAYʼINA UUMMATAA:

5,375,276

REESHOO:

Dhugaa Baatuu 1f namoota 283tu gaʼa

QAJEELCHITOOTA:

1,824

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi