LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w13 7/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
w13 7/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Adoolessa 15, 2013

© 2013 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. All rights reserved.

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

FULBAANA 2-8, 2013

“Nutti Himi, Kun Yoom Ta’a?”

FUULA 3 • FAARFANNAA: 32, 10

FULBAANA 9-15, 2013

“Guyyaa Hundumaa Isinii Wajjin Nan Jira”

FUULA 9 • FAARFANNAA: 30, 5

FULBAANA 16-22, 2013

Namoota Muraasatti Fayyadamanii Namoota Hedduu Sooruu

FUULA 15 • FAARFANNAA: 14, 20

FULBAANA 23-29, 2013

‘Hojjetaan Amanamaaniifi Ogeessi Isa Kami?’

FUULA 20 • FAARFANNAA: 16, 43

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

▪ “Nutti Himi, Kun Yoom Ta’a?”

▪ “Guyyaa Hundumaa Isinii Wajjin Nan Jira”

Matadureewwan kun, yaadawwan Maatewos boqonnaa 24fi 25⁠rra jiran keessaa muraasarratti ibsa kennu. Raajiin Yesus waa’ee bara dhumaa dubbateefi fakkeenya qamadiifi inkirdaadaa keessatti dubbate yeroo itti raawwatamu ilaalchisee hubannaa kanaan dura qabnurratti sirreeffama godhame ibsu. Akkasumas hubannaa dabalataa kanarraa, dhuunfaadhaan faayidaa argachuu kan dandeenyu akkamitti akka ta’e addeessu.

▪ Namoota Muraasatti Fayyadamanii Namoota Hedduu Sooruu

▪ ‘Hojjetaan Amanamaaniifi Ogeessi Isa Kami?’

Yesus karaa dinqii ta’een namoota hedduu yeroo soorettis ta’e karaa hafuuraa duuka buutotasaa yeroo sooru, namoota hedduu sooruuf namoota muraasatti fayyadama. Matadureen inni duraa, namoonni muraasni Yesus jaarraa jalqabaatti duuka buutotasaa dibamoo ta’an sooruuf itti fayyadame eenyufaa akka ta’an ibsa. Matadureen lammaffaanimmoo, gaaffii barbaachisaa, ‘Namoonni muraasni Kiristos yeroo har’aa nu sooruuf itti fayyadamu eenyu?’ jedhuuf deebii kenna.

MATADUREEWWAN DABALATAA

26 Miseensa Qaama Olaanaa Haaraa

27 Eessattiyyuu Yihowaa Tajaajiluuf Fedhii Qabaachuu

32 “Fakkicha Ilaali!”

FAKKII QOLASAARRA JIRU: Bukiimbaa, Ruundaa, Ruwaandaatti manaa gara manaa yommuu tajaajilan

RUWAANDAA

Dhugaa Baatota biyyattii keessaa parsantii 25 kan ta’an qajeelchaa ta’anii tajaajilu; Dhugaa Baatonni hinaaffaadhaan tajaajilan kaanimmoo ji’a ji’aan giddu galeessaan sa’aatii 20 tajaajilu

DHUGAA BAATOTA

22,734

QAYYABANNAA MACAAFA QULQULLUU

52,123

2012TTI AYYAANA YAADANNOORRATTI KAN ARGAMAN

69,582

[Giraafii fuula 2⁠rra jiru]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi