Ittiin Baafata
Hagayya 15, 2013
© 2013 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. All rights reserved.
MAXXANSA QAYYABANNAA
FULBAANA 30, 2013–ONKOLOOLESSA 6, 2013
Isin Warra Qulqullaa’an Taataniittu
FUULA 3 • FAARFANNAA: 43, 10
ONKOLOOLESSA 7-13, 2013
Matumaa ‘Yihowaa Hin Komatinaa’
FUULA 10 • FAARFANNAA: 20, 19
ONKOLOOLESSA 14-20, 2013
Xiyyeeffannaa Walii Kennaa; Akkasumas Wal Jajjabeessaa
FUULA 18 • FAARFANNAA: 50, 20
ONKOLOOLESSA 21-27, 2013
Namoota Akkamii Ta’uu Akka Qabdan Itti Yaadaa
FUULA 23 • FAARFANNAA: 29, 43
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
▪ Isin Warra Qulqullaa’an Taataniittu
Tajaajiltoota Yihowaa isaaf of murteessine waan taaneef, warra qulqullaa’an ykn tajaajila qulqulluudhaaf addaan baafaman taaneerra. Qayyabannaa kana keessatti, Nahimiyaa boqonnaa 13rratti xiyyeeffachuudhaan, yaadawwan qulqulluu taanee jiraachuuf nu gargaaran afur qorra.
▪ Matumaa ‘Yihowaa Hin Komatinaa’
Matadureen kun, wantoota Kiristiyaanni amanamaa ta’e tokko ‘Yihowaa akka komatu’ isa gochuu danda’an shan ibsa. (Fak. 19:3, NW) Achiis rakkina nurra ga’eef Yihowaa komachuurraa karaa itti of qusannu shanirratti bal’inaan mari’anna.
▪ Xiyyeeffannaa Walii Kennaa; Akkasumas Wal Jajjabeessaa
▪ Namoota Akkamii Ta’uu Akka Qabdan Itti Yaadaa
Matadureewwan kana keessaa inni jalqabaa, rakkoowwan nu mudatanillee wal gargaaruu kan dandeenyu akkamitti akka ta’e ibsa. Matadureen inni lammaffaan qorumsa Seexanni michooma Yihowaa wajjin qabnu nu jalaa balleessuuf itti fayyadamu karaa bu’a qabeessa ta’een akkamitti mo’uu akka dandeenyu ibsa.
MATADUREEWWAN DABALATAA
9 Yihowaan ‘Guyyuma Guyyaatti Ba’aakoo Naaf Baata’
15 Warri Mucummaasaaniitii Jalqabaa Ijoollee Keessan Leenjisaa
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Babal’istoonni Mootummichaa ganda Eraappitti manaa gara manaatti yommuu lallaban. Gandi kun, gandeen naannoo Mooroobee warra sulula gaarreen fagoo jiran keessatti argaman hedduu keessaa ishee tokkodha
PAAPPUWAA NIIWU GIINII
Baay’ina Uummataa: 7,013,829
Lakkoofsa Babal’istootaa Gidduu Galeessaan: 3,770
Giddu Galeessaan Qajeelchitoota: 367
Qayyabannaa M.Q. Giddu Galeessaan: 5,091
Namoota bara 2012 Ayyaana Yaadannoorratti Argaman: 28,909
Hojii Hiikkaa: Afaan 14
Babal’isaan tokko giddu galeessaan, namoota ja’a Ayyaana Yaadannoorratti afeereera