Ittiin Baafata
Onkolooless 15, 2014
© 2014 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
MUDDEE 1-7, 2014
Mootummicharratti Amantii Cimaa Qabaadhaa
FUULA 7 • FAARFANNAA: 14, 54
MUDDEE 8-14, 2014
FUULA 13 • FAARFANNAA: 44, 28
MUDDEE 15-21, 2014
Mirga Yihowaa Wajjin Hojjechuudhaaf Argattaniif Bakka Guddaa Kennaa!
FUULA 23 • FAARFANNAA: 6, 44
MUDDEE 22-28, 2014
“Yaada Garaa Keessanii Wanta Waaqa Irra Jirutti Hidhaa”
FUULA 28 • FAARFANNAA: 42, 22
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
▪ Mootummicharratti Amantii Cimaa Qabaadhaa
▪ “Mootummaa Lubootaa” Ni Taatu
Yihowaan kaayyoo lafaafi ilmaan namootaatiif qabu galmaan gaʼuuf Mootummaa Masiihichaatti fayyadamaa jira. Kakuuwwan Macaafa Qulqulluu keessatti ibsaman keessaa hedduun, bulchiinsa isa samii wajjin kan wal qabatan akkamitti akka taʼe yeroo ilaallutti, Mootummicharratti amantii cimaa qabaachuu kan qabnu maaliif akka taʼe hubachuuf yaali.
▪ Mirga Yihowaa Wajjin Hojjechuudhaaf Argattaniif Bakka Guddaa Kennaa!
Matadureen kun waaʼee namoota bara duriittis taʼe yeroo harʼaatti Yihowaa tajaajilanii ibsa. Mirga iddoo guddaan kennamuufii qabuufi Waaqayyoo wajjin hojjechuuf arganneef dinqisiifannaa qabnu nuu dabala.
▪ “Yaada Garaa Keessanii Wanta Waaqa Irra Jirutti Hidhaa”
Guyyoota dhumaa kana keessatti rakkinni sababii amantii keenyaatiin nurra gaʼu hedduudha. Namoota amanamoo bara durii rakkinni akkasii irra gaʼe, kan akka Abrahaamiifi Museerraa maal baranna? Qayyabannaan kun yaada keenya Yihowaafi Mootummaasaatti akka hiinu nu jajjabeessuudhaan, rakkina kana dandaʼuuf nu gargaara.
MATADUREEWWAN DABALATAA
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Obboloonni lama naannoo tulluu Mibolooloo kibba baha Keeniyaatti argamutti, karaa guddaa godina Taayitaa, ganda Tawusaa keessa darburratti yeroo lallaban
KEENIYAA
BAAYʼINA UUMMATAA
44,250,000
BABALʼISTOOTA
26,060
QAYYABANNAA MACAAFA QULQULLUU
43,034
NAMOOTA BARA 2013TTI AYYAANA YAADANNOORRATTI ARGAMAN
60,166