LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w15 6/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
w15 6/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Waxabajjii 15, 2015

© 2015 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

ADOOLESSA 27, 2015–HAGAYYA 2, 2015

Kiristos—Humna Waaqayyoo Ti

FUULA 3 • FAARFANNAA: 14, 5

HAGAYYA 3-9, 2015

Namoota Ni Jaallata Ture

FUULA 8 • FAARFANNAA: 25, 30

HAGAYYA 10-16, 2015

Qulqulluu Taanee Jiraachuu Ni Dandeenya

FUULA 13 • FAARFANNAA: 52, 22

HAGAYYA 17-23, 2015

Kadhannaa Fakkeenya Taʼuu Wajjin Haala Wal Simuun Jiraadhaa—Kutaa 1

FUULA 20 • FAARFANNAA: 138 Maqaan Kee Yihowaa Dha (faarfannaa haaraa), 11

HAGAYYA 24-30, 2015

Kadhannaa Fakkeenya Taʼuu Wajjin Haala Wal Simuun Jiraadhaa—Kutaa 2

FUULA 25 • FAARFANNAA: 22, 38

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

▪ Kiristos—Humna Waaqayyoo Ti

▪ Namoota Ni Jaallata Ture

Mata dureewwan waaʼee dinqiiwwan Yesus raawwatee dubbatan kun, arjummaa fi warra kaan gargaaruu ilaalchisee barumsa hojii irra ooluu dandaʼu nu barsiisu, akkasumas eenyummaa Yesus isa dinqisiisaa taʼe ibsu. Kana malees, waaʼee yeroo dinqiiwwan gurguddaa dhiheenyatti guutummaa lafaa irratti itti raawwatamanii ni dubbatu.

▪ Qulqulluu Taanee Jiraachuu Ni Dandeenya

Yeroo ammaatti karaa amalaa qulqulluu taʼuun rakkisaa taʼuu dandaʼa. Mata dureen kun, walitti dhufeenyi Yihowaa wajjin qabnu, gorsi Dubbii isaa irraa argamuu fi gargaarsi Kiristiyaanota muuxannoo qaban irraa argamu, yaada qulqulluu hin taane irraa fagaachuuf, akkasumas seera amalaa Yihowaan baase deggeruuf kan nu gargaaru akkamitti akka taʼe ibsa.

▪ Kadhannaa Fakkeenya Taʼuu Wajjin Haala Wal Simuun Jiraadhaa—Kutaa 1

▪ Kadhannaa Fakkeenya Taʼuu Wajjin Haala Wal Simuun Jiraadhaa—Kutaa 2

Kiristiyaanonni kadhannaa Yesus barsiise guyyaa guyyaatti irra deddeebiʼanii hin dhiheessan; taʼus, yaadawwan kadhannaa kana keessatti ibsaman, hunda keenyaaf iyyuu hiika kan qabani dha. Mata dureewwan kun, kadhannaawwan kanaa wajjin haala wal simuun jiraachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsu.

MATADUREEWWAN DABALATAA

18 “ Kiingizliin Erga Dandaʼee, Anis Nan Dandaʼa!”

30 “ Obsaan Dandaʼuun Isin In Barbaachisa”

32 Ni Yaadattaa?

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU: Dhugaa Baatonni amanamoon, namoota odoolawwan Bookaas deel Tooroo, Arkiipeelaagoo jedhamanii fi naannoo qarqara kaaba dhiha Paanaamaatti argaman jiraataniif lallabuuf bidiruutti fayyadamu. Kun immoo Afaan Nigaabeereetiin lallabuu dabalata

PAANAAMAA

BAAYʼINA UUMMATAA

3,931,000

BABALʼISTOOTA

16,217

QAJEELCHITOOTA YEROO HUNDAA

2,534

Gumiiwwan Paanaaamaatti argamanii fi 309 taʼan keessa, qajeelchitoonni addaa 180 ol taʼan jiru. Babalʼistoonni gara 1,100 taʼan, gumiiwwan 35 fi gareewwan 15 warra Afaan Nigaabeereetiin geggeeffaman keessatti tajaajilu. Babalʼistoonni gara 600 taʼan immoo, gumiiwwan 16 fi gareewwan 6 warra Afaan Mallattoo Paanaamaatiin geggeeffaman keessatti tajaajilu

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi