LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp16 Lakk. 5 ful. 16
  • Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha?
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2016
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Mootummaan Waaqayyoo maali dha?
  • Mootummaan Waaqayyoo yoom dhufa?
  • ATI MAAL JETTA?
  • Mootummaan Waaqayyoo Maalidha?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
  • Mootummaan Bara Baraa Pilaaneetii Keenya Bulchuu Dandaʼuu Jiraa?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Mootummaa Waaqayyoo Ilaalchisee Dhugaa Jiru
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
  • Deebii Gaaffii Macaafa Qulqulluu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2016
wp16 Lakk. 5 ful. 16
Teessoo samii irraa ifni gara lafaatti yommuu dhufu

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Mootummaan Waaqayyoo maali dha?

NAMOONNI TOKKO TOKKO wanta garaa namaa keessa jiru argisiisa jedhu; kaan immoo namoonni nagaa fi haqa lafa irratti yeroo fidanitti wanta argamu dha jedhu. Ati hoo maal jetta?

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

“Waaqayyo inni waaqa irraa mootummaa deebi’ee matumaa hin badne . . . dhaabuuf jira; inni mootummoota [ilmaan namootaa] hundumaa caccabsee in hurreessa, badduus isaan in baasa.” (Daaniʼel 2:44) Mootummaan Waaqayyoo bulchiinsa dhugumaan jiru dha.

WANTA DABALATAA KITAABA QULQULLUU IRRAA BARANNU

  • Mootummaan Waaqayyoo samii irraa bulcha. —Maatewos 10:7; Luqaas 10:9.

  • Waaqayyo samii irrattis taʼe lafa irratti fedha isaa galmaan gaʼuuf Mootummaa kanatti fayyadama.—Maatewos 6:10.

Mootummaan Waaqayyoo yoom dhufa?

ATI MAAL JETTA?

  • Namni beeku hin jiru

  • Yeroo dhihootti

  • Matumaa hin dhufu

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

“Saba hundumaatti akka dhugaa baʼuuf misiraachoon Mootummaa kun guutummaa lafaa irratti ni lallabama; sana booda dhumni ni dhufa.” (Maatewos 24:14) Misiraachichi guutummaatti erga lallabamee booda, Mootummichi addunyaa hamaa kana balleessuuf ni dhufa.

WANTA DABALATAA KITAABA QULQULLUU IRRAA BARANNU

  • Namni kam iyyuu yeroo Mootummaan Waaqayyoo itti dhufu hin beeku.—Maatewos 24:36.

  • Raajiin Kitaaba Qulqulluu Mootummichi dhiheenyatti akka dhufu ibsa.—Maatewos 24:3, 7, 12.

Kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu naa ergaa Odeeffannoo dabalataa argachuuf, kitaaba Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼe kana boqonnaa 8 ffaa ilaali

Kitaabichi www.jw.org/om irrattis ni argama

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi