LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp17 Lakk. 1 ful. 16
  • Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Rakkina kan fidu Waaqayyo dhaa?
  • Rakkinni ni badaa?
  • Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu Maaliif Heyyame?
    Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
  • Rakkina Si Irra Gaʼu Ilaalchisee Waaqayyotti Maaltu Dhagaʼama?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2018
  • Rakkinni Ni Badaa?
    Rakkinni ni badaa?
  • Rakkinni Kan Baayʼate Maaliifi?
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
wp17 Lakk. 1 ful. 16
Dubartii yeroo waraanaatti mucaa ishii hammattee jirtu tokko

Addunyaan rakkinaan guutameera; garuu rakkina kan fide Waaqayyo dhaa?

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Rakkina kan fidu Waaqayyo dhaa?

Ati maal jetta?

  • Eeyyee

  • Lakki

  • Taʼuu dandaʼa

Kitaabni Qulqulluun maal jedha?

“Jalʼinni Waaqayyo irraa, dabaa hojjechuunis isa hundumaa dandaʼu irraa haa fagaatu!” (Iyoob 34:10) Hamminaa fi rakkina addunyaa irratti arginu kan fide matumaa Waaqayyo miti.

Wanta dabalataa Kitaaba Qulqulluu irraa barannu

  • Adda durummaadhaan rakkina kan fidu Seexana isa Diyaabilos jedhamee fi ‘bulchaa addunyaa’ kanaa taʼe dha.—Yohaannis 14:30.

  • Rakkinaa fi hammina kan fidu inni kan biraan immoo yeroo baayʼee filannoo gadhee namoonni godhani dha.—Yaaqoob 1:14, 15.

Rakkinni ni badaa?

Namoonni tokko tokko, namoonni waliin carraaqqii gochuudhaan rakkina balleessuu akka dandaʼan kan amanan siʼa taʼu, warri kaan immoo haalli addunyaa guutummaatti gara gaariitti jijjiiramuuf abdii akka hin qabne isaanitti dhagaʼama. Ati hoo maal jetta?

Kitaabni Qulqulluun maal jedha?

Waaqayyo rakkina ni balleessa. “Duutis kana booda hin jiru; gaddis taʼe iyyi yookiin cinqiin kana booda hin jiru.”—Mulʼata 21:3, 4.

Wanta dabalataa Kitaaba Qulqulluu irraa barannu

  • Waaqayyo rakkina Diyaabilos fide balleessuuf Yesuusitti fayyadama.—1 Yohaannis 3:8.

  • Namoonni gaariin bara baraaf nagaadhaan lafa irra jiraatu.—Faarfannaa 37:9-11, 29.

Maaloo kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu naa ergaa. Waaqayyo rakkinni akka jiraatu maaliif akka heyyame beekuuf, kitaaba Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼe kana boqonnaa 11⁠ffaa ilaali

Kitaabichi www.jw.org/om irrattis ni argama

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi