LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/04 ful. 3
  • Hubachiisa Ayyaana Yaadannoo

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hubachiisa Ayyaana Yaadannoo
  • Tajaajila Mootummaa—2004
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ayyaana Yaadannoo Ilaalchisee Yaadachiisawwan Kennaman
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Ayyaana Yaadannoo Ilaalchisee Yaadachiisawwan Kennaman
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Ayyaana Yaadannoo Ilaalchisee Yaadachiisawwan Kennaman
    Tajaajila Mootummaa—2005
  • Hubachiisa Ayyaana Yaadannoo
    Tajaajila Mootummaa—2003
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2004
km 3/04 ful. 3

Hubachiisa Ayyaana Yaadannoo

 Waggaa kana ayyaanni Yaadannoo du’a Kristos Dilbata Ebla 4 kabajama. Jaarsoliin dhimmawwan kanaa gadiitiif xiyyeeffannaa kennuu qabu:

◼ Sa’aatii walga’iin itti godhamu yeroo murteessitan utuu biiftuun hin lixin dura, maxinoofi wayiniin naanneffamuu akka hin qabne yaadadhaa.

◼ Isa hasawaa dhiheessu dabalatee, kan walga’ii sanarratti argaman hundatti, sa’aatiifi iddoon walga’ichaa sirriitti itti himamuu qaba.

◼ Maxinoofi wayiniin ayyaanichaaf mijaa’aa ta’e qophaa’ee taa’uu qaba.​—Masaraa Eegumsaa, Guraandhala 15, 2003, ful. 14-15 ilaali.

◼ Saaniin maxinoo, qodaan wayinii, minjaalli mijaa’aa ta’eefi uffanni isaa duraan dursa gara galmaatti geeffamanii iddoo iddoosaanii kaa’amuu qabu.

◼ Galmi Mootummaas ta’e bakki walga’iin kun itti gaggeeffamu duraan dursee akka gaariitti qulqullaa’uu qaba.

◼ Keessumsiistonni, akkasumas obboloonni maxinoofi wayinii naannessan dursanii filatamuufi ga’een hojiisaanii maal akka ta’e, akkamitti akka hojjetan, uffannaafi filannaa rifeensaa sirrii ta’e ilaalchisee qajeelchi barbaachisaa ta’e kennamuufii qaba.

◼ Obboloota dibamoo ta’anii humna dhabuu isaaniitiin walga’ii kana irratti argamuu hin dandeenye, haalli itti isaan wayiniifi maxinicharraa hirmaatan mijeeffamuufii qaba.

◼ Galma Mootummaa tokko keessatti gumiin tokkoo ol ayyaana kana kabajuuf sagantaan qabameera taanaan, balbalarrattiifi alatti dhiphinni akka hin uumamne gumiilee gidduutti qindoominni gaariin jiraachuu qaba.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi