LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/04 ful. 9
  • Jireenya Keessan Hundaan Qulqulluu Ta’aa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jireenya Keessan Hundaan Qulqulluu Ta’aa
  • Tajaajila Mootummaa—2004
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Akki Isin Warra Saba Waaqayyoo Hin Taʼin Keessa Itti Jiraattan Gaarii Haa Taʼu!”
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Guyyaa Lamaaf Karaa Hafuuraa Jajjabina Arganna
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Yihowaa Eeggadhaa
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Hojii Gaarii Hojjechuudhaan Fakkeenya Ta’aa
    Tajaajila Mootummaa—2003
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2004
km 8/04 ful. 9

Jireenya Keessan Hundaan Qulqulluu Ta’aa

1 Tajaajiltoota Yihowaa, isa Waaqa qulqulluu waan taaneef, jireenya keenya hundaan qulqulluu ta’uuf carraaquu qabna. (1 Phe. 1:​15, 16) Kana jechuun, jireenya keenya hundaan sadarkaa ejjennoo Yihowaa eeguuf carraaqna jechuudha. Walga’iin koonyaa waggaa kanaa, amala qulqulluu argisiisuuf carraa guddaa nuu kenna.

2 Yeroo konkolaataa kee dhaabduufi galma keessatti, obboloota keessumsiisanii wajjin gurmaa’inaan hojjeedhu. (Ibr. 13:17) Warri ijoolleensaanii hiriyyootasaanii wajjin akka taa’an heyyamuu mannaa isaanii wajjin akka taa’an gochuu qabu. Meeshaa eelektiriikaa kamiyyuu daandii galma sana keessa jiru wajjin walqabsisuun hin danda’aamu. Meeshaa sagalees karaa warra kaan hin jeeqneen fayyadamuun ni danda’aama. Suuraa kaasuu yoo barbaaddan yeroosanaaf kaameeraa ifa hin qabneen gargaaramuu qabdu. Xiyyeeffannaa namaa akka hin harkisneef bilbilli moobaayilii cufamuu qaba. Warri ijoolleesaanii qofaa gadhisuu mannaa, amallisaanii Yihowaadhaaf ulfina akka fiduuf isaan to’achuu qabu.​—Fak. 29:15.

3 Jireenyi keenya inni qulqulluun warra kaanirraa adda nu baasuusaarrayyuu, Waaqa keenyaaf ulfina fida. (1 Phe. 2:​12) Walga’ii koonyaarratti, amalli Dhugaa Baatota Yihowaa sirritti mul’ata. Kanaafuu, jireenya keessan hundaan amala qulqulluu argisiisuuf murteessaa.

[Gaaffiiwwan Qayyabannaa]

1. Jireenya keenya hundaan qulqulluu ta’uun barbaachisaa kan ta’e maaliifi?

2. Bakka walga’ii koonyaatti amala qulqulluu argisiisuun maalfaa dabalata?

3. Amalli walga’ii koonyaarratti argisiisnu Waaqayyoof ulfina kan fidu akkamitti?

[Ibsa fakkii fuula 9rra jiru]

Amala Qulqulluu Argisiisaa

◼ Ijoollee keessan dhihootti to’adhaa

◼ Warra kaaniif yaadaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi