LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/06 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2006
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2005
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2003
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2006
km 3/06 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Ama. 1

“Ilmaan namootaa dandeettii wanta gaarii gochuu isaan dandeessisu qabu. Garuu hammeenya kana jedhamuu hin dandeenyu yeroo raawwatan argina. Maaliif akkas godhu jettee gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun deebii Macaafni Qulqulluun kennu qabateera. Akkasumas akkatti hojii gaariin isa hamaa mo’uu ni ibsa.” Roomaa 16:20 dubbisiif.

Dammaqaa! Ama. 2006

“Addunyaan keenya kun waggaa digdama ykn soddoma booda maal fakkaatti laata jettee gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Faarfannaa 119:105 dubbisiif.] Macaafni Qulqulluun wanta gara fulduraatti ta’u ilaalchisee hubannaa akka argannu dursee ibsa nuu kenna. Barruun kun raajiiwwan Macaafa Qulqulluu yeroo akkamii keessa akka jirru ibsan ilaalchisee beekumsa nu kenna. Gara fuulduraatti yeroo gaariin ni dhufa jennee kan eeggannu maaliif akka ta’es ibsa kenna.”

MASARAA EEGUMSAA Ama. 15

“Waggoota dhihoodhaa asitti xiyyeeffannaan namoonni ergamoota Waaqayyootiif kennan dabaleera. Waa’ee eenyummaasaaniifi dhiibbaan jireenya keenyarratti geessisan maal akka ta’e gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Faarfannaa 34:7 dubbisiif.] Barruun kun, hojii ergamoonni Waaqayyoo kanaan dura hojjetan, ammas hojjechaa jiraniifi gara fuulduraatti hojjetan ilaalchisee Macaafni Qulqulluun maal akka jedhu ibsa.”

Dammaqaa! Gur. 2006

“Firoota ykn michoota dullooman kan qabnu baay’een keenya, rakkoowwan dullumaa wajjin walqabatanii dhufan akka mo’aniif karaa itti isaan gargaarru beekuu barbaanna. Dhugaa mitii? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun, karaawwan itti isaan gargaaruu dandeenyu ibsa. Raajiin amma sii dubbisuuf jedhu akkamitti akka raawwatamus ni ibsa.” Iyoob 33:25 dubbisiif.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi