LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/07 ful. 2
  • Sagantaa Walga’ii Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Walga’ii Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2007
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Torban Waxabajjii 11 Jalqabu
  • Torban Waxabajjii 18 Jalqabu
  • Torban Waxabajjii 25 Jalqabu
  • Torban Adoolessa 2 Jalqabu
Tajaajila Mootummaa—2007
km 6/07 ful. 2

Sagantaa Walga’ii Tajaajilaa

Torban Waxabajjii 11 Jalqabu

Faarfannaa 74 (158)

Daq. 10: Beeksisa gumii. Akkaataawwan dhiheenyaa ful. 4⁠rra jiranitti ykn naannoo keessaniif mijaa’aa ta’an kan biraatti fayyadamuudhaan, Masaraan Eegumsaa Ebla 1fi Dammaqaan! Ebla 2007 akkamitti akka raabsamu kan argisiisu hojiin argisiisni haa dhihaatu.

Daq. 15: Dubbii Waaqayyoo Barsiisuudhaaf Akka Gaariitti Hidhadhaa. Masaraa Eegumsaa Guraandhala 15, 2002, ful. 24-28⁠rratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu. Kiristiyaanonni tokko tokko qayyabannaa geggeessuudhaaf ga’eessa akka hin taane waan isaanitti dhaga’amuuf, namoota fedhii qaban qayyabannaa Macaafa Qulqulluu akka jalqabuan afeeruu ni sodaatu. Haata’u malee, tajaajiltootasaa amma taanetti Yihowaan karaa Macaafa Qulqulluu, karaa hafuura qulqulluufi karaa jaarmiyaasaa ga’eessa nu taasisa. Kaayyoon keenya barreeffama raabsuu qofa utuu hin ta’in, namoota barsiisuudhaaf dhama’uu qabna. (Mat. 28:19, 20) Babal’istoonni galma qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuu akka qabaatan jajjabeessi.

Daq. 20: Waanuma Hojjettan Hundumaa Ulfina Waaqayyoof Hojjedhaa. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamu boqonnaa 13⁠rratti hundaa’uudhaan haasawaafi maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu.

Faarfannaa 22 (47) fi kadhannaa xumuraa.

Torban Waxabajjii 18 Jalqabu

Faarfannaa 8 (21)

Daq. 10: Beeksisa gumii. Beeksisawwan Tajaajila Mootummaarraa filataman.

Daq. 20: Macaafni Qulqulluun Ijoolleekee Leenjisuuf Si Gargaaraa Laata? Masaraa Eegumsaa Waxabajjii 15, 2004, ful. 4-7⁠rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun jaarsaan kan dhihaatu.

Daq. 15: “Tajaajila Yihowaarratti Hamma Nuu Danda’ame Gammachuudhaan Hirmaanna!” Caqasoota yaannisaanii hin kaa’amnerratti dhaggeeffattoonni akka yaada kennan afeeri.

Faarfannaa 94 (212) fi kadhannaa xumuraa.

Torban Waxabajjii 25 Jalqabu

Faarfannaa 30 (63)

Daq. 10: Beeksisa gumii. Gabaasa herregaafi buusii gumiin godheef xalayaan galateeffannaa waajjira dameerraa ergame yoo jiraate dubbisi. Akkaataawwan dhiheenyaa ful. 4⁠rra jiranitti ykn naannoo keessaniif mijaa’aa ta’an kan biraatti fayyadamuudhaan, Masaraan Eegumsaa Ebla 15fi Dammaqaan! Waxabajjii 2007 akkamitti akka raabsamu kan argisiisu hojiin argisiisni haa dhihaatu.

Daq. 15: Dhaala Wanta Kamirrayyuu Caalmaa Qabu. Masaraa Eegumsaa Waxabajjii 15, 2004, ful. 8-10⁠rratti hundaa’uudhaan haasawaa jaarsaan dhihaatu.

Daq. 20: “‘Karaa Hojii Guddaadhaaf Sii Banamerratti’ Hirmaachuu Ni Dandeessaa?” Qajeelchitoota lama ykn tokkoof gaafannoo gabaabaa godhi. Qajeelchaa yeroo guutuu ta’uudhaaf sirreeffama akkamii godhan? Kana gochuudhaan eebba akkamii argatan?

Faarfannaa 59 (139) fi kadhannaa xumuraa.

Torban Adoolessa 2 Jalqabu

Faarfannaa 21 (46)

Daq. 10: Beeksisa gumii. Babal’istoonni gabaasa tajaajila Waxabajjii akka deebisan yaadachiisi. Barreeffama ji’a Adoolessaatti raabsamu dubbachuudhaan achumaan hojiin argisiisni tokko akka dhihaatu godhi.

Daq. 15: Karaa Alidilee Ta’een Dhugaa Ba’uun Mala Gaarii Misiraachicha Ittiin Lallabnudha. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamu ful. 101-102⁠rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Karaa alidileetiin lallabuudhaaf yaadawwan hojiirra ooluu danda’an dubbadhu. Karaa alidilee ta’een ennaa lallaban muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri.

Daq. 20: “‘Ija Baay’ee Godhachuu’ Keessan Itti Fufaa.” Keeyyata 4⁠rraatti si’a mari’attan, saanduqa “‘Jabaatanii Dhaabachuudhaan’ Firii Argachuun Kan Danda’amu Akkamitti?” jedhuMasaraa Eegumsaa Guraandhala 1, 2003, ful. 21⁠rra yaada jiru itti dabalii dhiheessi.

Faarfannaa 61 (144) fi kadhannaa xumuraa.

[Miiljaleewwan]

Yaada seensaa daqiiqaa tokko hin guunneen jalqabamee gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi