Sagantaa Torban Waxabajjii 1 Jalqabu
TORBAN WAXABAJJII 1 JALQABU
Farfannaa 9 (37)
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa Macaafa Qulqulluu: Bau. 38-40
Lak. 1: Bau. 40:1-19
Lak. 2: Macaafni Qulqulluun Waa’ee Mootummaa Waaqayyoo Maal Nutti Hima? (bh boq. 8 key. 1-10)
Lak. 3: Dhukkuba Kamirraayyuu Fayyina Dhugaa Argachuuf Abdii Maaliitu Jira?(rs ful. 160 key. 2-4)
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Farfannaa 3 (32)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Namoonni Kaan Guddina Akka Argisiisan Gargaaraa. Kitaaba Mana Barumsa Tajaajila Ti’okraasii mataduree xiqqaa lammaffaa ful. 187rra jirurratti hundaa’uudhaan marii dhaggeeffattootaa wajjiin geggeeffamu. Qajeelchaan ykn babal’isaan tokko namoonni haaraan guddina akka argisiisan akkamitti akka gargaare gaafannoo gabaabaa dhiheessiif.
Daq 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq 10: Maaltu Raawwatame? Marii dhaggeeffattootaa wajjin geggeeffamu. Tibba Ayyaana yaadannoo du’a Yesus ilaalchisee sochii olaanaa gumiin godheef galateeffadhu, keessattuu waan hojjetamerratti yaada kenni. Dhaggeeffattoonni waraqaa afeerraa Ayyaana yaadannoo yommuu raabsan ykn qajeelchaa gargaaraa ta’anii yommuu tajaajilan muuxannoo argatan akka himan afeeri.
Farfannaa 8 (53)