LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/09 ful. 3
  • Sagantaa Torban Waxabajjii 29 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Waxabajjii 29 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN WAXABAJJII 29 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 6/09 ful. 3

Sagantaa Torban Waxabajjii 29 Jalqabu

TORBAN WAXABAJJII 29 JALQABU

Faarfannaa 23 (200)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy boq. 7 key. 21-27fi saanduqa

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lew. 14-16

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 11 (85)

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Qulqullinni Qaamaa Barbaachisaa Kan Ta’e Maaliifi? Kitaaba Mana Barumsa Tajaajila Ti’ookraasii ful. 131-134⁠rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu.

Daq. 10: Matadureewwan Macaafa Qulqulluu Filachuudhaan “Namoota Hundumaa” Haasofsiisaa. (1 Qor. 9:22) Maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu. Gaaffiiwwan armaan gadiirratti yommuu mari’attan, dhaggeeffattoonni muuxannoo argatan akka dubbatan gochuu dandeessa. Namoota umrii, saala ykn amantii addaddaa qabaniif matadureen yaadasaanii hawwate maalidha? Matadureewwan yaada namoota addaddaa hawwatan filachuuf, kitaaba Ragaa Dhiheessuutti fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti? Namni haasofsiisne sun yaada irratti qophoofneen ala yoo nu gaafate, akkaataa dhiheenyaa keenya jijjiiruu kan dandeenyu akkamitti?

Daq. 10: Barreeffamoota Adoolessaafi Hagayyatti Raabsaman. Yaada barreeffamoota kanaa gabaabsii ibsi. Akkaataan dhiheenyaa naannoo keessaniif bu’a qabeessa ta’e lama ykn sadii hojiin argisiisaan haa dhihaatu.

Faarfannaa 25 (204)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi