Sagantaa Torban Fulbaana 28 Jalqabu
TORBAN FULBAANA 28 JALQABU
Faarfannaa 13 (124)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Lak. 33-36
Lak. 1: Lak. 33:1-23
Lak. 2: Abbaa Manaa Gaarii Ta’uuf Maaltu Barbaachisa? (bh boq. 14. key. 1-9)
Lak. 3: Karaawwan Mootummaan Waaqayyoo Mootummaa Ilmaan Namootaa Hundaa Itti Caalu
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 3 (32)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Yommuu Barsiistan Fakkeenyatti Fayyadamaa. Yaada kitaaba Mana Barumsa Tajaajilaa ful. 240-243rra jirurratti hundaa’uudhaan haasawaan kan dhihaatu.
Daq. 20: “Namoota Ta’an Barbaaduu.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Babal’istoota tajaajila bifa addaddaarratti hirmaachuudhaan fakkeenya gaarii ta’an tokko ykn lamaaf gaafannoo godhi.
Faarfannaa 18 (162)