LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/10 ful. 3
  • Torban Muddee 27 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Muddee 27 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 27 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 12/10 ful. 3

Torban Muddee 27 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 27 JALQABU

Faarfannaa 31

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 16 key. 15-22 saanduqa ful 194

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Sen. 25-28

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 33

Daq. 5: Beeksisa. “Kaalaandariin 2011 Waa’ee Waaqeffannaa Maatii Ibsa.” Haasaadhaan kan dhihaatu.

Daq. 10: Toorii Qopheessuun Tajaajilarratti Nu Gargaaruu Kan Danda’u Akkamitti? Kitaaba Mana Barumsaa, ful. 167 hanga ful. 168 key. 1⁠rratti hundaa’ee mareedhaan dhihaatu. Babal’isaan tokko tajaajila ba’uusaa dura barreeffama ji’a ittaanu raabsamutti fayyadamuudhaan, yaada seensaa qophaa’eefi sammuutti qabate of haasiidhaan akka dhiheessu godhi.

Daq. 10: Harriin Gonfoo Ulfinaati. (Fak. 16:31) Kitaaba Waggaa 2010 ful. 110, key. 1-3⁠rratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu. Muuxannoo hundarratti erga mari’attanii booda, dhaggeeffattoonni barumsa achirraa argatan akka dubbatan afeeri.

Daq. 10: Ji’a Amajjiitti Barruulee Raabsuuf Qophaa’uu. Maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Daqiiqaa tokko ykn lama gidduutii qabiyyee barruulee kanaa ibsi. Achiis mataduree lama ykn sadii filadhuutii, dhaggeeffattoonni gaaffiifi caqasa itti fayyadamuuf yaadan akka dubbatan afeeri. Barruuleen lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 4

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi