Sagantaa Torban Amajjii 17 Jalqabu
TORBAN AMAJJII 17 JALQABU
Faarfannaa 35 fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
we ful. 3-6 hanga key. 1 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Iz. 1-5 (Daq. 10)
Lakk. 1: Iz. 3:1-9 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Yesus Geggeessitoota Amantii Keessaa Tokko Turee?—rs ful. 211 key. 3 (Daq. 5)
Lakk. 3: Hafuurri Gara Waaqayyootti Kan Deebi’u Akkamitti?—Lal. 12:7 (Daq. 5)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Faayidaa Irra Deddeebi’uun Tajaajilarratti Qabu. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 206-207rratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu. Qabxiiwwan dhihaatan keessaa tokko ykn lamatti fayyadamuudhaan hojiin argisiisni gabaabaan akka dhihaatu godhi.
Daq. 20: “Filannoowwan Qabdu Beektaa?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yaada keeyyata 1rra jiru seensaaf, yaada keeyyata 3rra jirummoo xumuraaf itti fayyadami. Jaarsaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 7 fi Kadhannaa