LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/11 ful. 1
  • Sagantaa Torban Bitootessa 14 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Bitootessa 14 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN BITOOTESSA 14 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 3/11 ful. 1

Sagantaa Torban Bitootessa 14 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 14 JALQABU

Faarfannaa 10 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

we ful. 20-22, key. 2 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Iyo. 1-5 (Daq. 10)

Lakk. 1: Iyo. 3:1-26 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Fakkeenya Intaloota Zelofehaadirraa Maal Barachuu Dandeenya?—Lak. 36:10-12 (Daq. 5)

Lakk. 3: Ilaalcha Waaqayyo Hojiifi Taphaaf Qabu Ijoollee Barsiisaa—fy ful. 72-5 key. 19-25 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 1

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 15: Badhaadhummaan Yihowaa Tajaajiluudhaan Argama. (Fak. 10:22) Kitaaba waggaa 2010 ful. 225 key. 1 hanga ful. 226 key. 2; ful. 227-228; fi ful. 232, key. 1 hanga ful. 233, key. 1⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Muuxannoowwan hundarratti erga mariʼattanii booda, dhaggeeffattoonni barumsa akkamii akka irraa argatan gaafadhu.

Daq. 15: “Dinqisiifannaa Keenya Haa Argisiisnu Ayyaanni Yaadannoo Ebla 17 Kabajama” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Qophii Ayyaana Yaadannootiif godhame ibsi.

Faarfannaa 8 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi