Sagantaa Torban Caamsaa 16 Jalqabu
TORBAN CAAMSAA 16 JALQABU
Faarfannaa 44 fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
sp ful. 16-18 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.:Far. 11-18 (Daq. 10)
Lakk. 1: Far. 17:1-15 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Yihowaa Qofa Akka Waaqeffannu Argisiisuu Kan Dandeenyu Akkamitti?—Rom. 6:16, 17 (Daq. 5)
Lakk. 3: Karaawwan Mucaa Rakkina Keessa Galee Itti Gargaaruun Dandaʼamu—fy ful. 85-7 key. 19-23 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Karaa Buʼa Qabeessa Taʼeen Barsiisuuf Gaaffiiwwanitti Fayyadami—Kutaa 1. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 236 hanga fuula 237, keeyyata 2rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Qabxii achirra jiru keessaa tokko ykn lama gabaabaadhumatti hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.
Daq. 10: Malawwan Misiraachicha Itti Lallabnu—Deddeebii Gaaffii Gochuu. Haasaa kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu jedhamu, fuula 97, keeyyata 1-3rratti hundaaʼee dhihaatu. Hojiin argisiisa jaarsi tokko nama barreeffamoota dhiheenyatti baʼan keessaa tokko fudhate yommuu deddeebiʼee gaafatu argisiisu tokko akka dhihaatu godhi.
Daq. 10: “Guyyaa Dilbataa Tajaajilarratti Hirmaachuu Dandeessaa?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 48fi Kadhannaa