Sagantaa Torban Caamsaa 23 Jalqabu
TORBAN CAAMSAA 23 JALQABU
Faarfannaa 39 fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
sp ful. 19-22 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Far. 19-25 (Daq. 10)
Lakk. 1: Far. 23:1–24:10 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Dinqiiwwan Yesus Raawwate Inni Waaqa Taʼuusaa Mirkaneessuu?—rs ful. 216 key. 4–ful. 217 key. 2 (Daq. 5)
Lakk. 3: Yaanni Roomaa 8:21rra Jiru Akkamittiifi Yoom Raawwatama? (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: Beeksisa. “Foormii Hordofaa Gargaaraa (S-43) Jedhamutti Kan Fayyadamnu Akkamitti?” Mareedhaan kan dhihaatu.
Daq. 10: Gosawwan Seensaa Buʼa Qabeessa Taʼan Sadii. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu jedhamu, fuula 9, keeyyata 1rratti hundaaʼee haasaadhaan kan dhihaatu. Barumsicharratti erga mariʼattanii booda, hojiin argisiisni akkamitti barreeffama Waxabajjii beeksisuun akka dandaʼamu hojiin argisiisni lama akka dhihaatu godhi.
Daq. 15: Yaadawwan Tajaajila Mootummaarratti Baʼanitti Fayyadamuuf Yaalteettaa? Mareedhaan kan dhihaatu. Matadureewwan Tajaajila Mootummaa dhiheenyatti baʼan kana bifa haasaatiin gabaabsii irra deebiʼi: “Carraa Argattan Hundatti Itti Fayyadamaa” fi “Mataduree Haaraa Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuuf Gargaaru” (km 12/10) akkasumas “Qophii Maatiiwwan Gargaaruuf Godhame” (km 1/11). Dhaggeeffattoonni yaadawwan mataduree kanarratti baʼan akkamitti hojiirra oolchuuf yaalii akka godhaniifi faayidaa akkamii akka argatan yaada akka kennan gaafadhu.
Faarfannaa 6 fi Kadhannaa