LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/11 ful. 3
  • Sagantaa Torban Caamsaa 30 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Caamsaa 30 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN CAAMSAA 30 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 5/11 ful. 3

Sagantaa Torban Caamsaa 30 Jalqabu

TORBAN CAAMSAA 30 JALQABU

Faarfannaa 33 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

sp ful. 23-25 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M. Q.: Far. 26-33 (Daq. 10)

Lakk. 1: Far. 31:9-24 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Namoota [Macaafa Qulqulluu] Gad Of Deebisuudhaan Fakkeenya Nuu Taʼan (Daq. 5)

Lakk. 3: Mucaa Matumaa Didaa Taʼe Akka Itti Qabuun Dandaʼamu— fy ful. 87-9 key. 24-7 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 38

Daq. 10: Beeksisa. Akkaataa dhiheenyaa barreeffamoota dhihootti baʼaniif qophaaʼan keessaa isa tokkotti fayyadamiitii Sanbadduraa jiʼa Waxabajjii isa jalqabaatti akkamitti qayyabannaa jalqabsiisuun akka dandaʼamu akka dhihaatu godhi. Hundisaanii akka irratti hirmaatan jajjabeessi.

Daq. 15: Qorannaa Gochuun Kan Dandaʼamu Akkamitti? Kitaaba Mana Barumsaa, fuula 33-38⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Ofhaasii gabaabaan babalʼisaan tokko, gaaffii namni tokko tajaajilarratti isa gaafateef qorannaa godhee akkamitti deebiisaa akka argatu argisiisu tokko akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Jiʼa Waxabajjiitti Barruulee Raabsuuf Qophaaʼuu. Mareedhaan kan dhihaatu. Qabiyyee barruulee sanaa, daqiiqaa tokkoo hanga lamaa gidduutti ibsi. Achiis matadureewwan lama ykn sadii filadhuutii, gaaffiifi caqasa dhaggeeffattoonni yaada seensaasaanii keessatti itti fayyadamuuf yaadan gaafadhu. Barruuleen lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 37 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi