LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/11 ful. 1
  • Sagantaa Torban Waxabajjii 13 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Waxabajjii 13 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN WAXABAJJII 13 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 6/11 ful. 1

Sagantaa Torban Waxabajjii 13 Jalqabu

TORBAN WAXABAJJII 13 JALQABU

Faarfannaa 45 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

sp ful. 30-31 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Far. 38-44 (Daq. 10)

Lakk. 1: Far. 41:1–42:5 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Namoota Michoota Dhugaa Taʼuufi Amalawwan Gaggaarii Qabaachuudhaan Fakkeenya Nuu Taʼan (Daq. 5)

Lakk. 3: Maatii Keessan Balaarraa Eegaa—fy ful. 90-2 key. 1-7 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 36

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Malawwan Misiraachicha Itti Lallabnu—Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Geggeessuu. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu jedhamu, fuula 98, keeyyata 1 hanga fuula 99, keeyyata 1⁠rratti hundaaʼee maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni nama tokko dhugaa barsiisuufi guddina hafuuraa yeroo godhu arguusaaniitiin gammachuu akkamii akka argatan akka dubbatan afeeri. Namni tokko ykn lama yaada akka kennu dursii qopheessi.

Daq. 10: Gaaʼela, Wal Hiikuufi Gargar Baʼuu Ilaalchisee Seerri Buʼuuraa Kiristiyaanonni Hordofan Maalidha? Haasaa jaarsi tokko Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu jedhamu, fuula 194-195, gaaffiiwwan 1-3⁠rratti hundaaʼee dhiheessu.

Daq. 10: “Tajaajilarratti Obsa Qabaachuu Nu Barbaachisa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 47 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi