LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/11 ful. 2
  • Sagantaa Torban Hagayya 15 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Hagayya 15 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN HAGAYYA 15 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 8/11 ful. 2

Sagantaa Torban Hagayya 15 Jalqabu

TORBAN HAGAYYA 15 JALQABU

Faarfannaa 39 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

dg boq. 7 key. 1-8 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Far. 102-105 (Daq. 10)

Lakk. 1: Far. 105:1-24 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Wantoota Yihowaa Tajaajiluuf Jennee Dhiisne Deebinee Hawwuu Kan Hin Qabne Maaliifi?—Luq. 9:62 (Daq. 5)

Lakk. 3: Yaadawwan Caaffata Qulqullaaʼoo Maatiiwwan Abbaa Yookiin Haadhaan Qofa Bulan Hubachuu Qaban—fy ful. 103-5 key. 1-8 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 26

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Namoonni Fedhii Qaban Guddina Akka Argisiisan Gargaaraa. Haasaa kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 188, keeyyata 1-4⁠rratti hundaaʼee dhihaatu.

Daq. 20: “Jehoovaas Wiitinasis—Orgaanaayizdi tuu Sheer za Gud Niiwus.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yaadawwan keeyyata jalqabaafi xumuraarra jiran seensaafi xumurarratti fayyadami.

Faarfannaa 47 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi