LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/12 ful. 1
  • Sagantaa Torban Guraandhala 13 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Guraandhala 13 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN GURAANDHALA 13 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 2/12 ful. 1

Sagantaa Torban Guraandhala 13 Jalqabu

TORBAN GURAANDHALA 13 JALQABU

Faarfannaa 7⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

w08 2/15 ful. 26-27 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Isa. 52-57 (Daq. 10)

Lakk. 1: Isa. 56:1-12 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Fakkeenyi Phexros Amanamaa Taʼuudhaan Argisiise Kan Nu Fayyadu Akkamitti?—Yoh. 6:68, 69 (Daq. 5)

Lakk. 3: Mootummaan Waaqayyoo Uumamawwan Hundi Waaqeffannaa Qulqulluu Taʼe Tokko Jalatti Akka Walitti Qabaman Godha—rs ful. 228, key. 4 hanga ful. 229, key. 1 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 20

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Dandeettii Ittiin Barsiistu Guddifadhu—Kutaa 1. Haasaa kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 56, keeyyata 1 hanga fuula 57, keeyyata 2⁠rratti hundaaʼee dhihaatu.

Daq. 10: Waaqayyotu Guddisa. (1 Qor. 3:6) Maree Kitaaba Waggaa 2011, fuula 55, keeyyata 1-2, akkasumas fuula 138, keeyyata 3-4⁠rratti hundaaʼee dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa akkamii akka argatan gaafadhu.

Daq. 10: “Hirmaannaa Tajaajilarratti Gootan Guddifachuuf Karoora Baafadhaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 3⁠rratti yommuu mariʼattan, qophii tajaajilaa gumiin keessan jiʼoota Bitootessaa, Eblaafi Caamsaadhaaf godhe akka ibsu ilaaltuu olaanaa tajaajilaa afeeri.

Faarfannaa 16⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi