LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/12 ful. 2
  • Sagantaa Torban Guraandhala 20 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Guraandhala 20 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN GURAANDHALA 20 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 2/12 ful. 2

Sagantaa Torban Guraandhala 20 Jalqabu

TORBAN GURAANDHALA 20 JALQABU

Faarfannaa 37⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

w08 5/15 ful. 26 key. 1-ful. 27 key. 3 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Isa. 58-62 (Daq. 10)

Lakk. 1: Isa. 61:1-11 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Of Murteessuun Jaalalaafi Amantii Akka Qabnu Argisiisa Kan Jennu Maaliifi? (Daq. 5)

Lakk. 3: Haadhaafi Abbaa Amantii Gara Biraa Qabanii Wajjin Nagaadhaan Jiraachuu—fy ful. 134-135, key. 16-19 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 36

Daq. 10: Beeksisa. Barreeffama jiʼa Bitootessaatti raabsamu erga dubbattee booda hojiin argisiisni tokko akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Faarfannaan 63:3-8⁠fi Maarqos 1:32-39 akka dubbifamu godhi. Caqasoonni kun tajaajila keenyarratti nu gargaaruu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe mariʼadhaa.

Daq. 15: “Ayyaana Yaadannoo Beeksisuuf Duula Bitootessa 17 Jalqabu.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Waraqaan afeerrii kan isin gaʼe taanaan namoota walgaʼicharratti argaman hundaaf tokko tokko kennuudhaan qabiyyeesaarratti mariʼadhaa. Keeyyata 2⁠rratti yommuu mariʼattan, hojiin argisiisni gabaabaan waraqaan afeerrii kun akkamitti akka raabsamu argisiisu akka dhihaatu godhi. Keeyyata 3⁠rratti yommuu mariʼattanimmoo, waraqaa afeerrii kana naannoo tajaajilaa keessan keessatti raabsuuf qophii godhame akka ibsuuf ilaaltuu olaanaa tajaajilaa afeeri.

Faarfannaa 8⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi